Zephaniah 3:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini achiti gumi balchiti, ta ufi inguddimne, ta qarqaarsa naraa fed'attu, lakisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani isin keessaa namoota gara laafeyyii gad uf qaban hambisa; isaan worra na hedatanii fi worra gargaarsa kiyya hawwan ta'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaa gad ifi qadduu fi ta hin koorre, ta ana Mootii Waan Maraatitti addattu ammoo isin oddu'utti hin hambura;