Zephaniah 3:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi ya d'uga isanii galche; inni nyaapa keesani ch'ufa ya balleese. AABBO Waaqi, hayyuuni Israeli, isani woliini jira, deebitani waan hamtu insodaattani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi adabbii murti'ii ka isinitti murteesse isin irraa kaaseera; diintota keessanillee isin jalaa balleesseera; Rabbi mootiin Israa'elii jidduu keessan jira; isin ammaa achi badi'itu nu irra gaya jettanii hin sodaattan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muraa isinitti murate san Mootiin Waan Maraa isin irraa kaaseera; diinota keessanille si irraa deebiseera; Mootiin Waan Maraa mootiin Israa'elii isin woliin waan jiruuf, haganaa achi miidhaa tokkolle hin sodaattanu.