Zephaniah 3:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
akuma nami fulla jilati gammadu. AABBO Waaqi waan jed'u. Anini ya mudamsu gaargalaa isani iraa baase, ch'eera isani iraa fuud'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Akkuma guyyaa ayyaanaa gammadan; akkasuma attillee akka gammaddu si taasisa; ammaa achi salphinni si irra hin gawu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa ammalle, «Akka kolbaa guyyaa jilaa gammadduu, si gammachiisa. Ani muraa isin irratti ba'aa teete isin irraa hin kaasa.