Zephaniah 3:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja guyyaani sunini d'ufu, anini nama isani dabsu gaargalche, naafa ch'ufa baase worra ka boojianile galcha. Anini ch'eera worraa garagalche guddinna tolcha, duuba nami ch'ufti worra faarsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani hennaa san worra si hucuucan maraa hin adaba; worra hokkolan maraa hin fayyisa; worra ari'aman maraa deebisee wolitti qaba; hulee isaan itti salphatan marattuu, salphinna isaanii gara ulfinnaa jijjiira»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani yennaa sanitti worra isin cunqursu maraayyuu hin adaba; worra naafa hin fayyisa; worra bittinnowelle wolitti hin qaba. Qaanii isaanii gara ulfinnaa jijjiiree, biyyi lafaa duudiin isaan hin leellitti.