Zephaniah 3:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Raagooti isaa kiyyibdole, dubbini worraa d'uga inqabdu; qaaloleeni isaa waan qulqullo t'ureesite seera Waaqa yakite fed'i ufii gula tolchiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Raattonni isi'ii worra uf jaju'uun bokokanii fi dharaan guuttaman; gadoonni isi'ii waan woyyoome batteessan; seeraallee hin ajajaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Raagoti isaa koorameeyyi'i; isaan worra hin addatanne; hayyooti isaa waan woyyuu te'e batteessan; seeralle hin dassan.