Zephaniah 3:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo AABBO Waaqi ammalle dira suni keesa jira; waan d'uga male inni waan hamtu intolchu. Diirama ch'ufa ka inoolle dubbi gumi ufii d'ugaani qora; ammo nami d'uga inqamne ka dira suni, guyya ch'ufa ch'eera d'abe waan hamtu tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin qajeelaan isii keessa jira; inni dogoggora hin hojjatu; guyyama guyya'aan murtii kenna; ganama maraa waan kana godhuu hin dhiisu; baniin waan hamaa hojjatu ammo hin saalfatu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa balchichi ammoo isa keessa jira; inni dokonkora hin qabu; inni ganama mara muraa dhuga'aa mura; guyyuma guyya'aan hin dadhabu; dabaaleyyiin ammoo qaanii hin beekanu.