Zephaniah 3:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Anini gosa gari haguma geetunu ya fit'e; anini dira worraa ya balleese naabofi doofi worrale ona tolche. Diri ya one; karaani duwa — nami tokoleeni ka hafe injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Mootota worra Yihuudii hin taanee hin balleesse; kusheewwan isaaniillee hin diige; karaa isaanii maraa ona eennullee keessa hin deemne godheera; qachootallee ka baniin keessa hin jirre, ona eennullee keessa hin jirre taasiseera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, «Ani gosa biyya adda addaa balleesseera; Xelleephoo isaanii diigeera; karaa isaanii akka nami tokkolle irra hin ideenne duwwaa godheera; qachooti isaaniille onee ka nami tokkolle keessa hin jirre te'aneeran.