Zephaniah 3:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba anini qalbi nama gosa ch'ufa garagalche qulqulleesa, aka worri maqa AABBO Waaqa ch'alla yaamate garaa tokooni isaa hojatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani hennaa san akka baniin dubbii mishaa dubbatan godha; wonti ani waan kana maraa godhuuf maqaa kiyya maqaa Rabbii akka waamanii fi akka tokkumma'aan na tajaajilaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Yennaa san ani kolbaa gosa biyya adda addaa mara maqaa kiyya akka waamanu, harka wol qabatanee akka ana tajaajilanu dubbii qullittii akka dubbatanu isaan hin godha.