Acts 7
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
3‘Lafa tanteetii fi warra kankeellee keessaa godaanii, lafa anin si agarsiisuutti qubadhu!’ jedheen.
33Jennaan Aabboon isaan, ‘Waan fulaan atin ejjitu tunin qulqulloo taateef kopheelee miilaa yaafadhu!
37Muusuma kana, ka gumiii Israa'elitin, ‘Waaqii isanuma keessa raaga akka kiyyaa isanii erga’ jedhe.
46Daawit Waaqaa duraatti eebba argatee, ammallee akka mana Waaqaa Yaaqobiittii jaaru Waaqaa kadhate.