bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
/
Revelation 16
Revelation 16
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
← Chapter 15
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 17 →
1
Jennaani anini qonqo guddo ta Mana Waaqa keesa malaika torbaaniini dubbattu d'agaye: Beena, d'aqa, qori torbaani ta dalansu Waaqa lafati jissa jette.
2
Malaikaani qara d'at'e qori ufi lafati jissite. Madaani hamtuuni worra beesisa bineensa ufira qabuufi worra akheekha isaa guddiseeni baate.
3
Jennaani malaikaani lameeso qori ufi galaanati jissite. Bisaani ch'ufti aka d'iiga nama due tahani, wonti galaana keesa jira ch'ufti rawatte.
4
Jennaani malaikaani sadeeso galaanafi maddo bisaaniti qori ufi jissite, duuba d'iiga tahani.
5
Anini malaika bisaani ta akana jettu d'agaye: Atini qorsuma tolchite tana keesati ka d'ugaati, Ee Qulqullo, ka ammafi durile jiru.
6
Worri d'iiga worra qulqullo ka raagoota jisse, tanaafi atini ya d'iiga worra obaafte. Waan worraa male argachu jirani!
7
Jennaani anini qonqo fulla waan sorio, irati qalani ta, Aabbo Waaqa gudda! Qorsumaani tante ta d'ugaati jettu d'agaye.
8
Jennaani malaikaani afreeso qori ufi adu gubbati jissite, duuba ee jed'ani aka isiini owa guddaani nama gubdu.
9
Owi nama ch'ufa gube, nami maqa Waaqa, ka gaargala kana harkaa qabu, abaare; ammo worri daba iraa deebie jabeenna isaa faarsu dide.
10
Jennaani malaikaani shaneeso qori ufi barch'uma guddinna bineensati jissite. Guddinni bineensa dukanae, nami ch'ufti d'ukubsate, araba ufi ch'iniine,
11
maro madaafi d'ukubsacha ufitiifi, Waaqa gubbaa arabsa; ammo hameenna ufi iraa indeebine.
12
Jennaani malaikaani jaeeso qori ufi galaana Efratiti jissite. Galaani gogoge, aka hayyooti mirgaa kara argatte taakitu.
13
Jennaani anini jinni hamtu sadi arge, ta raacha fakaattu, ta afaani jawetiifi afaani bineensatiifi afaani raaga d'ara keesaa yaatu.
14
Tunini lubbu jinni ta waan mama tolchitu. Lubbuuni tunini sadeeni gara hayyoota lafa ch'ufa yaati, aka hayyoota tana guyya jaba ka Waaqa Gudda had'iisafi wolti yaamtu.
15
Ch'aqasa! Anini aka hattu d'ufa! Ayyaana nama rafu dide woya ufi qorqoratu, aka qulla biyya keesa dedeeme inch'eere.
16
Jennaani lubbuuni taani fulla afaani Ebraniatiini Har-Magedoni jed'aniti hayyoota ch'ufa wolti guurte.
17
Jennaani malaikaani torbeeso qori ufi qilleensati jissite. Qonqooni guddooni barch'uma hayyuma ka Mana Waaqa keesa jiru keesaa baate waan jette, Ya tolchani!
18
Hangaasufi iyanafi mandiisuuni d'ufte, lafti chochoote. Haga nama uumani taka lafti akana inchochoone; chochoiti tunini ch'ufa ira hamtu!
19
Diri guddaani fulla saditi gargari dayae, dira lafa ch'ufa keesa jiru balleesani. Waaqi dira Babiloni gudda qaabate, daad'i mudunu ufi obaase, daad'i dalansu isaa.
20
Lafti jiddu bisaani keesa jirtu badde, gaareeni ch'ufa lafa d'abani.
21
D'akhaani bokeeni roobuuni ka haga ratili d'ibba toko gubbaa lafati jige nama d'oose. Nami ch'ufti Waaqa abaare, maro d'aanicha d'akha bokaa ka gubba namati gadi roobe.
← Chapter 15
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 17 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22