bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
/
Revelation 19
Revelation 19
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
← Chapter 18
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 20 →
1
Eegi waan kana anini waan aka qonqo guddo ta nama heddu gubba d'agaye ta, Waaqa faarsa! Baafamafi guddinnaafi jabeenni ka Waaqa keennati!
2
Qorsumaani isaa ta d'ugatiifi ta qajeelaati! Inni ya sharmut'iti guddo ta hameenna ufitiini lafa balleesite wollaala iti mure. Waaqi ya maro isiini tissele isaa fit'eefi gaargalche jettu.
3
Ammalle iyani, Waaqa faarsa! Aari dira gudda haguma jiru oldeema! jed'ani.
4
Jennaani jaarole diddami afuritifi wonti Lubbu qaba afraani taani lafati jidde, Waaqa barch'uma guddinna gubba tau durati jidde, isa guddifte waan jette, Amini! Waaqa faarsa!
5
Jennaani fulla barch'uma guddinnati qonqooni gadi baate waan jette, Waaqa keenna faarsa, hojattuuni isaa ch'ufti, nami ch'ufti diqaafi guddaleeni, nami isa sodaatu ch'ufti!
6
Jennaani anini waan aka qonqo nama heddufi waan aka bisaani guddo gubbaa gadi jigatifi, waan aka qawe mandiisu d'agaye. Ammalle waan jed'ani, Waaqa faarsa! Wonti akanatiifi Aabbooni, Waaqi keenna Guddaani, Hayyu!
7
Gammanna, qilit'amna; guddinna isaa faarsina. Hojjaani Ilmeeni Hoola dubra fuutu ya geete, intalti inni fuud'u ya kurfefatte.
8
Ya ee jed'ani aka woya boofta adi d'aati keyattu. (Booftaani suni huji d'uga ta worra Waaqa.)
9
Jennaani malaikaani waan naani jette, Waan kana t'aafi: Ayyaana worra fuud'a Ilme Hoolati yaamani. Malaikaani waan jette, Tunini dubbi d'uga ta Waaqi dubbate.
10
Anini miila isiti jige isii guddise, ammo isiini waan naani jette, Lakisi, anini hojattuma aka keetiiti, ammalle aka oboleyaani teeti, worra d'uga Yesoni mullise jabeesu ch'ufa. Waaqa guddisi! Wonti akanatiifi d'uga Yesoni mulliseti raagoota dubbachiisa.
11
Jennaani anini gubba banamtefi farda adi arge. Nami isa yaabatu, maqaani isaa ka d'ugefataniifi d'uga; d'uga ch'allaani nama qore ammalle duula.
12
Ilti isaa aka qanqe ibida jirti, sure hayyuma heddu matati marate. Maqa isaa irati t'aafani, ammo isa male nami tokoleeni maqa suni imbeekhu.
13
Woyaani inni uyifate d'iiga qabdi. Maqaani nami isaani beekhu dubbi Waaqaati.
14
Duuli gubbaa isa gula yae fardoole adaadi yaabatani, woya boofta adi uyifatani.
15
Sheeftiini qara qabdu afaani isaa keesaa baate, ta inni gosa ch'ufaani dabsatu. Inni ule sibiilatiini worra fide, daad'i dalansu Waaqa Gudda ch'unfa.
16
Woya isatiifi miila isaa gubbati maqa isaa t'aafani, Hayyu hayyoota, Aabbo abbooti ch'ufa jed'ani.
17
Jennaani anini malaika adu keesa ejitu arge. Isiini qonqo guddooni simpirre gubba bariftu ch'ufa yaamte, Koota, jila Aabbo guddoti woli woldaa!
18
Koota, fooni hayyootatiifi ka abbooti duulatiifi ka askartitiifi ka fardatiifi ka nama farda yaabatutiifi fooni nama ch'ufa, tisseefi balchale, diqaafi guddale nyaad'a jette.
19
Jennaani anini bineensafi hayyoota lafatiifi duula worra, ka namicha farda yaabatufi duula isa had'u fed'u arge.
20
Bineensa kaanifi raaga d'ara, ka waan mama isa durati tolche, woliini qabani. Inni qara waan mama kanaani worra beesisa bineensa ufiraa qabu sobe, worra fakeenna bineensa ka boch'ani kad'atele. Bineensafi raagi d'ara, ato jiranu, galaana ibida keesa buusani gubani.
21
Duula worraa, sheefti afaani namicha farda yaabatu keesa baatuuti fit'e: allaatiini haguma dandeetu ch'ufa fooni worraa nyaatte.
← Chapter 18
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 20 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22