bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
2 Chronicles 3
2 Chronicles 3
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 2
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 4 →
1
Mootichi Daawiti abbaan Solomoonii Yerusaalemiin keessatti gaara Mooriya'aa irratti hulee manni woyyuun itti ijaaramu qopheesse; Huleen kun hulee Rabbi isatti mudhatee fi ka Oornaan gosa Iyyaabusii oobdii godhatee itti fayyadamu ture.
2
Solomoon mooyee woggaa arfeesso'oo ji'a lammeesso'oo keessa guyyaa lammeesso'ootitti ijaarsa mana woyyu'uu jalqabe.
3
Bu'uurri Solomoon mana woyyuu ijaaru'uuf dhaabe dheerinni ciqilee jahaatama; dalgi ciqilee diddama ture.
4
Afaan dhaga'aa ka mana afo'oo dheerinni isaa akkuma dalga manaatiin ciqilee diddama; ol dheerinni isaa ciqilee dhibbaa fi diddama; mana keessa worqii qulqulluu itti maxxanse.
5
Mana guddaa ginnoo isaa muka hindheessaatiin ijaare; worqii mishaa itti maxxansee fakii muka meexxi'iitii fi ka haada sibiilaa irratti kaase.
6
Mana mi'a gatii gudda'aatiin midhaasse; worqiin manaan midhaasse worqii farwaayimiiti.
7
Dhaaba mana woyyu'uu, qasatoo, ginnoo, balbalaa fi cufanaa balbalaa worqii itti maxxansee girgiddaa irratti fakii kiruubeeli'ii kaase.
8
Hulee woyyittii woyyootaa keessa isaa dheerinna ciqilee sagal, dalgillee ciqilee sagal; ijaarsi dhaga'aa ka woyyittii woyyootaa worqii kiiloo giraama kuma diddamaa gawu itti maxxanse.
9
Misimaariin woyyittii woyyootaa ijaaraniin worqii saqilii dhibba shanii fi torbaatama fixe; kutaa mana woyyu'uu ka gamoo irraa worqii maxxansan.
10
Mootichi Solomoon hojjattoota ufii akka isaan fakii kiruubeelii kaasanii worqii itti maxxansanii hulee woyyittii woyyootaa keessa kaayan ajaje.
11
Koolli kiruubeeli'ii haga ciqilee diddamaa diriireera; koolli kiruubii tokkoo ciqilee shan; qacceen isaa ijaarsa manaa tuqa; koolli lammeesso'oollee koola kiruubii lammeesso'oo tuqa.
12
Koolli kiruubii lammeesso'oollee ciqilee shan; dheerinni isaallee ijaarsa manaa tuqa; koolli kiruubii lammeesso'oollee ciqilee shan. Dheerinni isaallee koola kiruubii lammeesso'oo tuqa.
13
Koolli kiruubii kanniinii haga ciqilee diddamaa diriiran; luka ufiitiinillee dhaabatanii fuulaan gara manaa laalan.
14
Golga woyyittii woyyootaa, uffata dheeraa gad diratanii fi carqii addaa ka bifa biraatiin hojjatan; bifti golgaa diimaa, bule'ee fi diimaa dhiilgee fakii kiruubeeli'iillee irratti kaasaniiran.
15
Mootichi Solomoon utubaa lamaa ka dheerinni isaanii ciqilee kudha shanii fi wodhakka'aa hojjatee mana woyyuu afoo dhaabe; qaccee mataa utuba'aa irra ginnoo ciqilee shanii hojjatee irra kaaye.
16
Qaccee utubaa sanniinii irratti waan akka maraba gingilcha'aa hojjatee irra kaaye.
17
Utubaawwan kanniin bita'aa fi mirgaan dhaabee maqaa utuba'aa ka gara kaabaatiin jiru «Yaakiin » maqaa tuba'aa ka gara kibbaatiin jiru garuu «Boo'eez » jedhee itti baase.
← Chapter 2
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 4 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36