bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
2 Chronicles 4
2 Chronicles 4
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 3
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 5 →
1
Mootichi Solomoon hulee ciinca'aa ka dheerinni isaa ciqilee diddamaa, dalgi ciqilee diddamaa, ka ol fageenni isaa ciqilee kudhanii sibiila diimaa irraa hojjate.
2
Akkasuma gongaa bisaanii korboon isaa ciqilee kudhan, hojjaan isaa ciqilee shanii, naannofni isaa ciqilee soddomaa sibiila diimaa irraa hojjachiise.
3
Naannaya qaccee gongaa bisaanii gama lamaaniinuu hin bareechisan; wonti gongaa bisaanii kana midhaassaniin akkaataa fakii qotile'eetiin hojjatan.
4
Waabaan sibiila irraa hojjataman; waabaawwan kunniin fakii korommii kudha lamaa ka fuulli isaanii sadihii gara kaabaa, sadihi gara kibbaa, sadihi gara baya biiftu'uutii fi sadihi gara dhiya adu'uu laalan irra jiran; dudda duubni maraatuu gara keessaa aana;
5
yabbinni gongaa bisaanii taakkuu tokko yoo ta'u; dimdimaanni isaa akka daraaraa abaabo'ooti; waabaan sunniin bisaan liitira kuma jahaatamaa qabata.
6
Solomoon gongaa bisaanii ka keessatti hojjachiise shan mana woyyuu gara kibbaatiin; shan garuu mana woyyuu gara kaabaatiin kaaye; gongaan bisaanii kunniin ka foon horii ciincaa ciincawuu keessatti dhiqan; gongaa bisaanii guddaa worra gadootaatitu keessatti dhiqata.
7
Solomoon akka ufii karoorfateen baattuu ibsa'aa kudhan worqii irraa hojjachiisee kutaa mana woyyuu keessa shan gara kaabaatiin, shan garuu gara kibbaatiin kaaye.
8
Akkasuma xarapheessaa kudhanii hojjachiisee kutaa mana woyyuu keessa shan gara kaabaatiin, shan garuu gara kibbaatiin kaaye; kanatti eda'ee saanii dhibbaa worqi'iin hojjachiise.
9
Solomoon hulee itti gad bayan ka tajaajila gadootaatiif ta'uu fi akkasuma hulee itti gad bayan guddaa hojjachiise; hulee itti gad bayan kanniin hojjachiisee balbala itti hojjachiisee sibiila diima'aan akka midhaassan godhe.
10
Gongaa bisaanii guddaa gara baya biiftu'uutiin mana woyyuu bira dhaabsise; Kiraam xuwwee, qadhaba'aa fi keree baay'ee hojjate.
11
Kiraam hujii mana woyyu'uu ka Solomoonii maraa hojjatee fixe; Meeshaan inni hojjate, utubaa lamaan, gulloo utubaa lamaan irra kaayan ka akka gabate'ee, haada sibiilaa ka akka gingilcha'aatitti hojjatame, ginnoo utubaa lamaan midhaassaniin, fakii daraaraa Roomaani'ii ka sibiila diima'aan irratti hojjataman, ka ginnoo utubaa lamaanii midhaassaniin, hulee meeshaa irra kaayan ka luka ittiin lafa irra gangalatuun kudhan qabu, Gongaa bisaanii ka keessatti dhiqatan kudhan, Gongaa bisaanii guddaa'a, Fakii Sangoota kudha lamaa ka waabaa baay'ee irkisan qaban. Kiraam xuwwee baay'ee, qadhabaa baay'e'ee fi fadhaana baay'ee ogumma'aan hojjate; namni beekkamaan kun akkuma mootichi Solomoon isa ajajetti akka tajaajila mana woyyu'uutiif ta'an sibiila diimaa irraa meeshaa kanniin hojjate.
17
Mootichi Solomoon meeshaa kanniin maraa hulee sibiila diimaa itti bassan ka dhooqa Yoordaanosii ka Suukootiitii fi Xaaredaa jiddu'uutitti hojjachiise.
18
Meeshaan akkaataa kanaan hojjatame baay'ee waan ta'eef ulfinni sibiila diima'aa ka meeshaa kanniin ittiin hojjatan hagam akka ta'e eennullee hin beeku ture.
19
Mootichi Solomoon meeshaa mana woyyuu keessaa hulee ciinca'aa ka worqii irraa hojjatame, gabatee xoroshoo woyyoome irra kaayan,
20
baattuu ibsa'aatii fi waan irra kaayanii ibsan akka seeraan ibsaniif worqii mishaa irraa hojjate.
21
Daraaraa, waan ibsaa irra kaayanii ibsanii fi waan daaraa irratti kuusan worqii mishaa irraa hojjate.
22
Qadhabaa, keree, mooqqa'aa fi mi'a ibidda irratti bobeessan worqii mishaa irraa hojjate; mana keessa balbala woyyittii woyyootaatii fi balbala mana woyyu'uullee worqi'iin hojjate.
← Chapter 3
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 5 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36