bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
2 Chronicles 5
2 Chronicles 5
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 4
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 6 →
1
Mootichi Solomoon ijaarsa mana woyyu'uu haga fixeen maayessa birri'ii fi worqii abbaan isaa Daawiti Rabbiif fooye maraa akkasuma meeshaa mana woyyuu keessaa maraa hulee meeshaa keessa kaayan ka mana woyyu'uu keessa kaaye.
2
Kanaan maayessa mootichi Solomoon akka saanduuqa waadaa Rabbii Tsiyoonii qachaa Daawitiitii fidaniif manguddoota Israa'elii, bulchoota gosaa maraa fi bulchoota manniin abboota isaanii maraa, akkasuma abboota murti'iillee Yerusaalemitti wolitti qabe.
3
Baniin Israa'elii ji'a torbeesso'oo keessa hennaa ayyaanaa mooticha biratti wol gayan.
4
Manguddoonni Israa'elii maruu dhufanii worri Leewwotaa baadhatanii mana woyyuu Rabbii keessa kaayan.
5
Saanduuqa waadaa Rabbiitii fi daasee wol gayi'ii meeshaa woyyoome ka daasee keessa jiru maraa worra Leewwotaatii fi gadootatu fide.
6
Mootichi Solomoonii fi baniin isa biratti wol gayan ka Israa'elii maruu hoolotaa fi sangoota laakkobsi isaanii hagaa ol ta'e ciincaa dhiyeessa'aa turan.
7
Worri gadootaa saanduuqa waadaa Rabbii gara mana woyyu'uu fidanii woyyitti woyyootaa keessa koola Kiruubeelii jala hulee isaa kaayan.
8
Koolli Kiruubeelii ka diriire saanduuqa waadaa Rabbiitii fi loosaa isaa golga.
9
Loosaan saanduuqa waadaa Rabbii guddisee dhedheeraa waan ta'eef namni woyyittii woyyootaa afoo dhaabate maruu arguu danda'a; namni woyyittii woyyootaa duuba dhaabate garuu arguu hin danda'u; loosaan kunniin haga adhaa achitti argaman.
10
Saanduuqa waadaa Rabbii kana keessa gabatee lamaan waadaa Rabbii irratti barreessan lamaan Muuseen keessa kaayee ka hennaa Rabbi banii Israa'elii biyya Misiriitii baasu banii Israa'elii woliin waadaa gale keessa kaaye malee womaa uf keessaa hin qabu.
11
Worri gadootaa ka achi jiran maruu uduu tajaajila isaanii kenname hin laalle tokkumma'aan Rabbiif uf kennan
12
Worri Leewwotaa ka faarfatan Asaaf, Eemaan, Edootaamii fi ijoolleen isaanii, obboleewwan isaaniillee uffata mishaa gad diratan uffatanii meeshaa shaka shaka jedhu, meeshaa ittiin faarfatan ka sagalee guddaa kennuu fi maasinqoo dhaya'aa gara baya biiftu'uutiin hulee ciinca'aa bira dhaabatan; namoonni gadaa ta'an dhibbaa fi diddamnillee xurumbaa afuufa'aa turan.
13
Hennaa worri gadootaa mana woyyuu keessaa bayan worri faarfattootaatii fi worri xurumbaa afuufan wol gayanii Rabbiin jaja'aa galatoonfata'aa; «Rabbi arjaa waan ta'eef; dhiifamsi isaallee baraa haga bara baraa waan ta'eef Rabbiin galatoonfadhaa'a» Jedha'aa laagaa ufii ol qabatanii afaanuma tokkoon xurumbaa, meeshaa shaka shaka jedhuu fi meeshaa faaru'uu ka laagaa guddaa dhageessisuun Rabbiin galatoonfata'aa turan. Hennaa kana duumessi mana Rabbii keessa ol guute; Ulfinni Rabbii mana Rabbii keessa waan ol guuteef worri gadootaa dhaabatanii Rabbiin tajaajiluu hin dandeenne.
← Chapter 4
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 6 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36