Jeremiah 25:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kunini maqa worra muduunu suni keesaa wo d'uge: Hayyu Misiritiifi jara hojattu isaa gugurdafi jaarole isaatifi nama lafa isaa ch'ufafi nama gosa d'ibi ka lafa isaani keesa godaanule; hayyoota lafa Uzi: Hayyoota dira Filisti, ka Ashkelonifi Gazafi Ekroni, ammalle dira Ashdodi gama hafele; worra gosa Edomufi Moabufi Amonile; hayyoota Tirotifi ta Sidonile; hayyoota lafa afaani baariini ch'ufa; dira Dedanitifi Temafi Buzi; worra mata gabaabse ch'iratu ch'ufa; hayyoota Arafti; hayyoota gosa lafa gamooji keesa teetu ch'ufa; hayyoota lafa Zimritifi ta Elamutifi ta Medi ch'ufa; hayyoota lafa mirga ta fago teetufi ta d'io teetule woluma gulaani; gosa lafa gubba jirtu ch'ufa haguma isiini geetunu inobaasani. Duuba eege qit'isu hayyu Babilonile obaasani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri biraa ka mijuu kana dhuguun isaan barbaachisu garuu kanniin, mootiin biyya Misirii worra isa jala hojjatuu fi ajajoota loltootaa ufii woliin, baniin biyya Misiriitii fi worri biyya Misiriititti galanii jiraatan maruu, mootonni biyya Uutsii keessa jiraatan maruu, worri qachoota Filisxeemii, ka Asqaloona'aatii fi ka Gaaza'aa, worri Eqroonii, Ashdooda'aa fi worri bakka gara garaa jiraatan, baniin Eedoomii, baniin Moo'aabiitii fi baniin Amoonii maruu, mootonni biyya Xiroosiitii fi ka biyya Siidoona'aa maruu, mootonni biyya naannaya galaana Meditraaniya'aa jiran maruu, qachoonni Deedaanii, Teemaaniitii fi Buuzii maruu, Baniin kallacha ufii bita'aa fi mirgaan rifeensa haadatu maruu, mootonni biyya Arabaa maruu, mootonni worra biyya gammoojji'ii keessa jiraatanii maruu, mootonni Zimirii, Eelaamiitii fi Meedoonii maruu, mootonni biraa ka fago'ootii fi ka dhiyo'oo ka gara kaabaatiin jiran maruu kore kore'een. Baniin lafa irra jiraatan maruu mijuu kana dhugan; dhuma irratti mootiin biyya Baabilooniillee mijuu kana dhuguu isa barbaachisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
mootii Gibxi'ii Fara'oon, tajaajiltoota isaa, qondaaltota isaatii fi kolbaa isaa mara,