Joshua 2:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan jed'eeni, kakhu atini nu kakhachiifte inguunna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni sunniinillee akkana isi'iin jedhan, «Waan ati waadaa nu galchite maraa hin eenna;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jarrille isi'iin, «Nuuti lafa qabatiisaaf yennaa dhunnu, wodaroo diintuu tana, karaa qowa gad nu buutte kanaan yoo hin hidhin, abbaa keetii fi haadha teeti, obboleeyyanii fi nama mana abbaa keetii mara mana keeti keessatti yoo wolitti hin qabin, kakuu ati nu galchite tanaaf hin komatannu.