Acts 8
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
3Ammo Sauloni gumi Waaqa guddo gaargalche, mana ch'ufa seene, d'iirafi nad'eenile hid'aansati guure.
23Wonti akanatiifi anini ya arge, atini had'aa had'ooftu qabda, ammalle hid'aansa ch'ubbuu ke jirta.