bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
/
Ecclesiastes 3
Ecclesiastes 3
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
← Chapter 2
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 4 →
1
Wonti lafa gubbati taha ch'ufti guyyaafi yo ufi qabdi:
2
Guyya d'alootatifi guyya dua; guyya oobranifi guyya buqisani;
3
guyya ijeesanifi guyya fayyisani; guyya ch'ach'absanifi guyya ijaarani;
4
guyya bohanifi guyya koblani; guyya golgolatiifi guyya sirba;
5
guyya d'iirsafi niiti woliini bulanifi guyya woliini imbulle; guyya wold'ungatanifi guyya woli ind'unganne;
6
guyya barbaadanifi guyya balleesani; guyya olkayanifi guyya gagatani;
7
guyya tarsaasanifi guyya wolti hod'ani; guyya ch'allisanifi guyya dubbatani;
8
guyya woljaalatanifi guyya woljibani; guyya had'iisatiifi guyya nagaya.
9
Ehayi, nami wo hojatu maani huji suni ira argata?
10
Anini imbeekha, ulfinna gudda Waaqi nama ira kaye.
11
Inni hojja waan ch'ufa tolchani ya mid'aase. Inni herega waan iti deemani ya namaa kenne, ammo waan inni tolchu quubse nama ingarsiisu.
12
Duuba wonti anini arge, aka nami ch'ufti haga lubbu qabu gammade waan dandau tolchu.
13
Nami ch'ufti ha nyaate d'uge waan hojate gammadu; tunini ch'ufti kenni Waaqaati.
14
Anini imbeekha, wonti Waaqi tolchu ch'ufti ind'umattu, waan tokole iti indarani, womale keesaa imfuud'ani. Wonti Waaqi waan kana tolcheefi aka nami ch'ufti isa sodaatu.
15
Wonti jiraatiifi yokhaani wonti gad'ufaleeni qara taate. Waaqi woma qara tahe yo ch'ufa gadeebisa.
16
Tana malele, lafa tana keesati anini waan ch'ubbu fulla d'ugaafi qajeelumti jiraachu malteti arge.
17
Anini waan jed'e, Waaqi nama d'ugaatifi ka dabale woma takaani qora, waan tahe ch'ufafi wonti ch'ufti hojuma ufi ka kurfeesani taati.
18
Anini buufad'e waan jed'e, Waaqi nu ilaalachu jira, inni aka nu bineensa ira injirre nu garsiisa.
19
Silaaftu woma takaati namafi bineensale eegata, waan kaanileeni akuma kaani duufi. Worri ch'ufti bineensuma aka takaati, namileeni bineensa ira injiru; wonti akanatiifi jireenni worraa lachuleeni woma keesa injiru.
20
Worri ch'ufti fulluma tokoti yaa; biyyuma taka keesaa bahe, ammalle biyyuma takaati deebia.
21
Eentu beekha, aka lubbuuni namaa gubbati deemte ammo ta bineensa lafa seentu?
22
Tanaafi wonti dansaani nami tolchuu male, ka anini arge, nami waan hojate argate nyaate d'uge gammaduuni male. Wonti tokoleeni d'ibiini ka nu tolchinu injirtu, karaani tokoleeni ka waan nu eegi doone taanu beenuuni injiru.
← Chapter 2
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 4 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12