bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
/
Psalms 107
Psalms 107
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
← Chapter 106
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 53
Chapter 54
Chapter 55
Chapter 56
Chapter 57
Chapter 58
Chapter 59
Chapter 60
Chapter 61
Chapter 62
Chapter 63
Chapter 64
Chapter 65
Chapter 66
Chapter 67
Chapter 68
Chapter 69
Chapter 70
Chapter 71
Chapter 72
Chapter 73
Chapter 74
Chapter 75
Chapter 76
Chapter 77
Chapter 78
Chapter 79
Chapter 80
Chapter 81
Chapter 82
Chapter 83
Chapter 84
Chapter 85
Chapter 86
Chapter 87
Chapter 88
Chapter 89
Chapter 90
Chapter 91
Chapter 92
Chapter 93
Chapter 94
Chapter 95
Chapter 96
Chapter 97
Chapter 98
Chapter 99
Chapter 100
Chapter 101
Chapter 102
Chapter 103
Chapter 104
Chapter 105
Chapter 106
Chapter 107
Chapter 108
Chapter 109
Chapter 110
Chapter 111
Chapter 112
Chapter 113
Chapter 114
Chapter 115
Chapter 116
Chapter 117
Chapter 118
Chapter 119
Chapter 120
Chapter 121
Chapter 122
Chapter 123
Chapter 124
Chapter 125
Chapter 126
Chapter 127
Chapter 128
Chapter 129
Chapter 130
Chapter 131
Chapter 132
Chapter 133
Chapter 134
Chapter 135
Chapter 136
Chapter 137
Chapter 138
Chapter 139
Chapter 140
Chapter 141
Chapter 142
Chapter 143
Chapter 144
Chapter 145
Chapter 146
Chapter 147
Chapter 148
Chapter 149
Chapter 150
Chapter 108 →
1
Mootiin Waan Maraa dansaa waan te'eef, inni haga bara baraa kolbaa waan jaalatuuf, isa galateeffadha'a.
2
Worri Mootiin Waan Maraa wode, ka inni harka diinaa jalaa wode,
3
ka inni lafa karaa aduun baatuu fi seentu irraa, kaabaa fi kibba irraa wolitti qabe, isa galateeffadha'a.
4
Worri gariin goomolee duwwaa lafa womaa keessa hin jirre keessa daaqane; karaa gara qachaa keessa qubatanu isaan geessu irraa miliqane.
5
Isaan beelotaanee dheebotane; addiille kutatane.
6
Achiin duuba isaan rakkinna ifii keessatti gara Mootii Waan Maraa iyyane; innille rakkinna guddaa isaanii jalaa isaan baase.
7
Inni gara qachaa isaan keessa qubatanuu, karaa qajeelaa irra isaan sooresse.
8
Jaalala isaa ka bara baraatiif, waan bilbaasaa ka inni ilmaan namaatiif godheef, isaan Mootii Waan Maraa galateeffatanuu ti.
9
Inni worra dheebote dheebuu baasa; worra beelotelle waan dansa'aan quussa.
10
Worri gariin dukkanaa fi dimma keessa, wodaroo sibiilaatiin hidhamanee le'ane.
11
Sababille isaan jecha Waaqaa mormanee, gorsa Waaqa Ol Aana'aa tuffatane.
12
Maarre inni hujii dadhassiittu'uun gad isaan qabe; isaan gad jigane; ka isaan qarqaarulle hin jiru.
13
Achiin duuba isaan rakkinna ifii keessatti gara Mootii Waan Maraa iyyane; innille rakkinna guddaa isaanii jalaa isaan baase.
14
Inni dukkanaa fi dimma keessaa isaan baasee, wodaroo sibiilaa ta ittiin hidhamane kukkute.
15
Jaalala isaa ka bara baraatiif, waan bilbaasaa ka inni ilmaan namaatii godheef, isaan Mootii Waan Maraa galateeffatanuu ti.
16
Inni balbala sageettu'uu caccasse; danqaraa sibiilaa adda lamatti qurxe.
17
Worri gariin karaa cubbu'uu waan deemaneef gowwoomanee, sababa yakkaa ifiitiifille farrane.
18
Isaan sagalee mara diqatanee, du'iisa geyane.
19
Achiin duuba isaan rakkinna ifii keessatti gara Mootii Waan Maraa iyyane; innille rakkinna guddaa isaanii jalaa isaan baase.
20
Inni jecha ifii ergee isaan fayyise; du'iisa irraa isaan hambure.
21
Jaalala isaa ka bara baraatiif, waan bilbaasaa ka inni ilmaan namaatii godheef, isaan Mootii Waan Maraa galateeffatanuu ti.
22
Ciincaa galataa dhikeessanuu ti; faaruu gammadaatiin hujii isaa odeessanuu ti.
23
Worri gariin hobolootaan abbaayaa irra deemaa, bisaan guddaa irra daldalatan.
24
Isaan waan Mootiin Waan Maraa godhu, bilbaasa inni qilee abbaayaa gudditti'ii keessatti huju dhaggane.
25
Inni ajajee, hobonbolattii danbalii abbaaya'aa ol fuutu kaase.
26
Isaan gara ol-gubba'aa ol ka'anee gara qile'ee gad bu'ane; rakkinna keessalle'etti addii kutatane.
27
Isaan akka nama machowee loollowanee tintimane; waan godhanulle wollaalane.
28
Achiin duuba isaan rakkinna ifii keessatti gara Mootii Waan Maraa iyyane; innille rakkinna isaanii keessaa isaan baase.
29
Inni hobonbolattii sarmisiisee, danbaliille cadhi godhe.
30
Isaan danbaliin waan cadhitteef gammadanee, innille gara buufata hoboloo gudditti'ii ta isaan bira geyiisaaf fedhanee isaan geesse.
31
Jaalala isaa ka bara baraatiif, waan bilbaasaa ka inni ilmaan namaatii godheef, isaan Mootii Waan Maraa galateeffatanuu ti.
32
Isaan wolde'a kolba'aa keessatti isa saadanuu ti; yaa'ii maanguddo'oo keessalle'etti isa leellisanuu ti.
33
Inni laga gara goomole'ee, madda bisaanii gara lafa godddu'uu jijjiire.
34
Sababa worra hamoolee isii irra le'uutiif, lafa midhaan baachu, akka lafa booqee sooddaa ta midhaan hin baanyee godhe.
35
Inni goomolee gara baleessa bisaanii, lafa godduulle gara madda bisaanii jijjiire.
36
Inni worri beelowaan akka achi qubatanu godhe; isaanille qachaa keessa le'anu ijaarratane.
37
Isaan ficha'atti midhaan facaafatanee, muka woyni'ii dhaabbatane; midhaan bacaalle galfatane.
38
Waaqi isaan eebbisee, isaan ijoollee bacaa horane; horiin isaaniille akka diqqaatu hin goone.
39
Yennaa isaan cunqurfamiisaan, rakkatiisaa fi gaddiisaan gad qabamane, laakkossi isaanii diqqaate.
40
Inni qondaaltotatti salphinna fidee, goomolee daandii hin qanne keessa akka daaqanu godhe.
41
Inni ammoo worra hiyyeeyyii farra keessaa baasee, maatii isaanii akka hoole'ee akka horanu godhe.
42
Worri qajeelaan waan kana dhagganee gammadan; worri hamaan ammoo afaan ifii qabatan.
43
Worri qarooleen waan kana hubatanuu ti; jaalala bara baraa ka Mootii Waan Maraa qalbeeffatanuu ti.
← Chapter 106
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 53
Chapter 54
Chapter 55
Chapter 56
Chapter 57
Chapter 58
Chapter 59
Chapter 60
Chapter 61
Chapter 62
Chapter 63
Chapter 64
Chapter 65
Chapter 66
Chapter 67
Chapter 68
Chapter 69
Chapter 70
Chapter 71
Chapter 72
Chapter 73
Chapter 74
Chapter 75
Chapter 76
Chapter 77
Chapter 78
Chapter 79
Chapter 80
Chapter 81
Chapter 82
Chapter 83
Chapter 84
Chapter 85
Chapter 86
Chapter 87
Chapter 88
Chapter 89
Chapter 90
Chapter 91
Chapter 92
Chapter 93
Chapter 94
Chapter 95
Chapter 96
Chapter 97
Chapter 98
Chapter 99
Chapter 100
Chapter 101
Chapter 102
Chapter 103
Chapter 104
Chapter 105
Chapter 106
Chapter 107
Chapter 108
Chapter 109
Chapter 110
Chapter 111
Chapter 112
Chapter 113
Chapter 114
Chapter 115
Chapter 116
Chapter 117
Chapter 118
Chapter 119
Chapter 120
Chapter 121
Chapter 122
Chapter 123
Chapter 124
Chapter 125
Chapter 126
Chapter 127
Chapter 128
Chapter 129
Chapter 130
Chapter 131
Chapter 132
Chapter 133
Chapter 134
Chapter 135
Chapter 136
Chapter 137
Chapter 138
Chapter 139
Chapter 140
Chapter 141
Chapter 142
Chapter 143
Chapter 144
Chapter 145
Chapter 146
Chapter 147
Chapter 148
Chapter 149
Chapter 150
Chapter 108 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
49
50
51
52
53
54
55
56
57
58
59
60
61
62
63
64
65
66
67
68
69
70
71
72
73
74
75
76
77
78
79
80
81
82
83
84
85
86
87
88
89
90
91
92
93
94
95
96
97
98
99
100
101
102
103
104
105
106
107
108
109
110
111
112
113
114
115
116
117
118
119
120
121
122
123
124
125
126
127
128
129
130
131
132
133
134
135
136
137
138
139
140
141
142
143
144
145
146
147
148
149
150