bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
/
Deuteronomy 29
Deuteronomy 29
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
← Chapter 28
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 30 →
1
Tunini dubbi wold'aqisa ta AABBO Waaqi Musani, lafa Moabu keesati, worra Israeliti himi jed'e; dubbini wold'aqisa tunini dubbi AABBO Waaqi gaara Sinaiti dubbateniti ta d'ibi.
2
Musani worra Israeli ch'ufa wolti yaame waan jed'eeni, Isani ila teesaniini waan AABBO Waaqi hayyu Misiritiifi hojattu isaatiifi lafa isaa ch'ufu tolche ya agartani.
3
Ammalle gaargala hamafi akheekhafi waan mama jabdu AABBO Waaqi tolche, ya agartani.
4
Ammo haga arrale AABBO Waaqi qalbi wo hubattufi, ila waagartuufi, gurra wo d'agauule isanii inkennine.
5
Haga ganna afurtama AABBO Waaqi lafa aloo ta gamooji keesa isani dura deeme, woya teesanifi kobeeni teesanileeni taka inch'ich'inne.
6
Isani taka qit'a nyaatani daad'ifi yokhaani farso ind'unne, ammo AABBO Waaqi liqimsa isanii kenne, aka inni Waaqa keesani ufi isani beesise.
7
Ammalle gaafa nu armaani baane, hayyu Sioni ka lafa Heshbonitifi hayyu Ogu ka lafa Bashani d'ufani nu had'ani. Ammo nu worra dabsanne,
8
lafa worraa fud'anne, gosa Reubenitifi Gaditiifi ta Manase ta haga garitini gargari qoodanne.
9
Tanaafi dubbi wold'aqisa tana jabeesa guuta, aka wonti isani tolchitani ch'ufti isanii toltu.
10
Isaniini ch'ufti arra AABBO Waaqa keesani dura ejitani — worra gugurda mata gosatifi jaarole, d'iira,
11
nad'eeni, ijoolle, worra gosa d'ibi, ka isani keesa tae qoraani isani ch'abse bisaani isanii d'aqu.
12
Wonti arra asi d'uftaniifi, aka wold'aqisa AABBO Waaqi keesani isanii woliini tolfatu fud'attani,
13
aka AABBO Waaqi amma tana gumi ufii isani tolche, Waaqa keesani isani tahu, akuma inni isanifi ababoota teesani, Abrahamu, Isaaqofi Yakobooti kakhate.
14
Nami AABBO Waaqi wold'aqisa kana woliini tolfate isani ch'allaniti.
15
Inni nu ka arra arma fuula isaa dura d'umneefi, ilmaani teenna ta qara ind'alatini wold'aqisa woliini tolfata.
16
Finna keenna ka lafa Misiritiifi ka lafa biyya, ta nu keesa godaanne d'umne, inqaabatani.
17
Isani waan hamtu, ka worri mukhaafi d'akhaafi qarsiini boch'e mid'aase aka waaqa kad'atu, ya agartani.
18
Eegad'a, aka nami arra arma eju tokoleeni uwa taanaani, d'iira taanaani, worra taanaani, gosa taanaani AABBO Waaqa keenna iraa gore, waaqa gosa d'ibii inkad'anne, yo akasi inni mukha olguddate, had'aafi mid'aani had'ao qabu fakaata.
19
Eegad'a, aka nami arra arma jiru tokoleeni, ka dubbi wold'aqisa tana d'agaye garaa ufii keesa ufi sobe, Anini woma intahu, wonti kiyya ch'ufti naa tolti, ato anini mata jabaad'e hereguma kiyya gula deemele jed'u injirre. Heregi sunini isani ch'ufa dadaansafi hamamole akuma taka balleesa.
20
AABBO Waaqi nama akana kana inaraaramu ammo dallane aka ibida iti bobae, abaarsi kitaaba kana keesati t'aafani ch'ufti isa ira deebie, AABBO Waaqi maqa isaa lafa gubba balleesa.
21
AABBO Waaqi, worra Israeli ch'ufa keesaa, koba isa baase, akheekha isa tolcha; ammalle gaargalafi abaarsa ch'ufa ka kitaaba seera Waaqa keesati t'aafani, itiini d'ufa.
22
Eegi tana ilmaani teesanifi nami gosa d'ibii ka lafa fagooti d'ufe, gaargalafi d'ipu ta AABBO Waaqi lafa teesanitiini d'ufe argani.
23
Oobruuni teesani adaala, ta d'akha daalachafi soodi ch'allaani gubba jiru. Woma tokole imbaaftu ya bade. Lafti teesani aka dira Sodomafi Gomorafi Admafi Seboimu taati, ka AABBO Waaqi, gaafa aka male dallane kaani balleese.
24
Duuba nami lafaa ch'ufti waan jed'u, Isi AABBO Waaqi maanifi lafa worra akana tolche? Inni maanifi akana aka hama suni dallana?
25
Duuba nami d'ibiini waan jed'u, wonti inni akasi taheefi, gumi AABBO Waaqati wold'aqisa qara Waaqa ababoota worra gaafa inni worra lafa Misiri keesa baase woliini tolfatani ch'abse.
26
Worri waaqa d'ibi, ka taka duri inkad'atiini durati gajed'e kad'ate, waaqa AABBO Waaqi inkad'atiina worrani jed'e.
27
Tanaafi AABBO Waaqi gumi isati dallane abaarsa kitaaba kana keesati t'aafani lafa isaanitiini d'ufe.
28
AABBO Waaqi aka taka inargini gugubate dallane, dallansuuni worra lafa isaani keesa baase lafa nyaapati balleese, fulla worri arrale jiru.
29
AABBO Waaqi waan isaa ka gari beekha d'osse; ammo wonti inni mullise teennafi ta ijoolle teennati, haga jiru jireenna. Tanaafi nu dubbi Seera kana guutuu male.
← Chapter 28
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 30 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34