bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
/
Numbers 35
Numbers 35
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
← Chapter 34
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 36 →
1
Diida Moabu ka yo arti ejani Yerikoni galaana Yordani gamaa nama duraa mullatu keesati, AABBO Waaqi waan Musani jed'e,
2
Worra Israeliti himi, aka worri qooda ufi keesaa worra Lawiti dira worri keesa taufi lafa dira d'aatu ta horini d'eedule kennuufi.
3
Diri kunini ka worra Lawi taha, duuba worrileeni keesa qubata. Lafti looni worraatifi horini worraa d'ibiini d'eeduleeni ta worraa taati.
4
Lafti horini oolu sunini haga ejata d'iba shani gama ch'ufaani dira hanqatti,
5
aka akanaani lafti ejata kuma toko dira suni gama ch'ufa marsite, diri suni jiddu keesati hafu.
6
Ammalle isani dira jaa, ka hojja nami d'annu nama ijeese iti baqatu worra Lawiti kennuu maltani. Kana male, dira afurtami lama d'ibi,
7
ka kamu lafa horini d'eedu qabu, ka ch'ufti wolti afurtami saddeeti, kennaafi.
8
Hojja dira kana lafa worra Israeli keesa koba baaftani, gosa ira guddoti dira gudda kenna, gosa diqo diqa kenna. Gochiti ch'ufti ha ballinna lafa argatte gula worra Lawiti dira qooduuti.
9
AABBO Waaqi waan Musani jed'e,
10
Waan atini worra Israelitini jettu, Hojja isani galaana Yordani taakitani lafa Kanaanitini baatani,
11
dira nami danu nama ijeesu iti baqatu fohad'a.
12
Achiti inni dandae fiit'a nama inni ijeese kaani, ka isa ijeesu fed'u, duraa baha. Nama danu nama ijeese, ka dubbi inqorini inijeesiini.
13
Dira jaa fohad'a,
14
sadi galaana Yordani ilaboru, kaani sadeenileani lafa Kanaani keesa.
15
Diri kunini dira iti baqatani ha tahuti, aka worra Israelitiifi nami gosa d'ibi ka imaltu d'ufeefi ka worra keesa qubatuleeni iti baqatu. Nami ch'ufti ka d'annu nama ijeese dandae dira suni tokoti baqata.
16
Ammo yo nami sibiila taanani, d'akhaa taanaani, mukha taanaani, waan sunini nama d'ae ijeese, inni nama karka d'iigati, isale ijeesuu malani. Nami miilo aanti
19
nama ijeesani suni nama harka d'iiga suni ijeesuu male. Yo isa arge ch'ufa ijeesuu male.
20
Yo nami nama jibbe, harkani iti game yokhaani woini had'e,
21
yokhaani tontomooni d'ae ijeese, nami sunini nama harka d'iigati, tanaafi isale ijeesuu malani. Nami miilo aanti nama ijeesani suni, nama harka d'iiga suni ijeesuu male. Yo isa arge ch'ufa ijeesuu male.
22
Ammo hojja nami d'annu nama ijeese, ka qara jibba isaa inqamne, ato harkani iti game yokhaani woini had'e ijeese,
23
yokhaani, d'akhaa darbate, ka isa inargini d'ae ijeese, ammo ka inni isa ijeesu infed'ini, yokhaani ka inni nyaapa isaa intahini.
24
Yo akasi, gumiini ha nama nama ijeese suni d'uga murtufi; nama miilo isati aanu suni, ka halo barbaadu d'uga imurinifi.
25
Gumiini ha nama nama ijeese suni harka miilo aanti nama ijeesani suni keesaa baafte dira iti baqatani, ka inni iti baqate suniti deebiftuti. Inni haga namichi gaafasi qaallicha gudda sunini duuti, ha achuma tauti.
26
Yo nami nama ijeese kaani, dira inni iti baqate keesaa deeme
27
ammalle yo fiit'aani namicha inni ijeese kaani isa arge isa ijeese, nama suni aka nama harka d'iiga inheregani.
28
Nami nama ijeese kaani ha dira iti baqate keesa tauti, haga qaallichi guddaani duuti, ammo eegi suni ha worrati deebiuti.
29
Seerafi aadaani tunini ha teesanifi ta ilmaani teesani taatuti, fulla isani jirtani ch'ufati.
30
Yoi nama nama ijeese ijeesani, yo nami lamafi sadi, inni ya nama ijeese jed'e hime ch'alla; himaansi nami toko, nami kunini ya nama ijeese jed'e ingahu.
31
Nama harka d'iiga ijeesuu malani. Inni beese baase dua jalaa bahu indandau.
32
Yo nami dira iti baqataniti baqate, aka inni beese baase, ato qaallichi guddaani induini worra ufiti deebiu, ee injed'ina.
33
Yo isani akasi taatani, lafa keesa teetani t'ureesitani. D'iigi lafa t'ureesa, nama harka d'iiga fit'ani male, karaani lafa nami keesati dueni qulqulleesani injiru.
34
Lafa isani keesa teetani int'ureesina: wonti akanatiifi anini AABBO Waaqa, ka gumi Israeli jiddu keesa tau.
← Chapter 34
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 36 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36