bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
/
1 Chronicles 20
1 Chronicles 20
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
← Chapter 19
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 21 →
1
Ji'a furmaataa yennaa moototi duultu, Yo'aab loltoota fuudhee deeme. Inni lafa Amoonotaa balleessee, gara qachaa Raabaalle dhaqee marsee, lolee balleesse. Daawiti ammoo, qachaa Yerusaalemii keessatti hafe.
2
Daawiti kallacha waaqa dharaa Miilkomii ka worqii dhakaa gatii guddo'ootiin hujame, ka gara kiiloogiraama soddomii afurii fudhatee, mataa ifii irra keyate. Inni boojuu bacaa qachaa san keessaa fudhate.
3
Namoota qachaa san keessa jiranu gad baasee magaazi'iin, qotto'oo fi agara'aan akka hujanu godhe; Daawiti waan kana worra qachaa Amoonotaa keessa le'anu mara hujisiiseen duuba, loltoota ifii mara woliin gara Yerusaalemii deebi'e.
4
Achiin duuba Israa'elooti worra Filisxeemotaa woliin Gezeritti wol lolane. Yennaa san nami lafa Hushaa Siibekaayi sanyii Refaa'otaa keessaa namicha, «Siiphaayi» jedhamu tokko ijjeese; Worri Filisxeemotaalle injifatamane.
5
Ammalle lola worra Filisxeemotaa woliin wol lolane ka dhibii keessatti, ilmi Yaa'iirii Elhaanaan, obboleessa Goliyaadii Gaatichaa ka, «Laahim» jedhamu ka eboo somey isi'ii haga muka worri woyaa dhowu, woyaa dhowu san itti maruu geettu qabu ijjeese.
6
Akkasuma lola Gaatii ka dhibii keessatti nama akka malee furdatu, ka sanyii Refaa'otaa te'e, ka harka ifii tokko tokkoo fi miilla ifii tokko tokkooyyuu irraa quba jaa jaa, wolumatti quba diddamii afur qabu tokko jiraayyu.
7
Yennaa inni Israa'elootatti murge, ilmi Shime'ee Yonaataan obboleessi Daawitii isa ijjeese.
8
Isaan kun worra sanyii Refaa'ota ka Gaati keessaa, ka Daawitii fi loltooti isaa ijjeesane.
← Chapter 19
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 21 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29