bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
/
1 Chronicles 8
1 Chronicles 8
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
← Chapter 7
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 9 →
1
Beniyaamin ilma angaficha Belaa, ka lammeesso'oo Ashbel, ka sadeesso'oo Ahiiraa,
2
ka arfeesso'oo Nohaa, ka shaneesso'oo Raafaa uumate.
3
Ilmaan Bel'aa: Adaar, Geraa, Abiihud,
4
Abiishuwaa, Na'amaan, Aho'aa,
5
Geraa, Shefufaanii fi Huraam.
6
Sanyiin Ehudii sooressitooti maati'ii, ka Gebaa keessa le'ane, ka booji'amanee gara Manahaa fudhatamane:
7
Na'amaan, Ahiiyaa fi Gera'a. Geraan kun ka yennaa booju'uu san isaan sooresse; inni Uzaa fi Ahiihud uumate.
8
Shaharaayaam niitolee ifii Hushiimii fi Ba'araa lakkiseen duuba, biyya Mo'aabii keessatti ilmaan uumate.
9
Niitii ifii Hodeesh irraa: Yobaab, Ziibiyaa, Meshaa, Maalkaam,
10
Ye'uz, Saakiyaa fi Miirmaa uumate; isaan martinuu sooreyyii maatii isaanii ti.
11
Ammalle niitii ifii Hushiim irraa: ilmaan Abiitubii fi Elphaa'al uumate.
12
Ilmaan Elphaa'alii: Ebeer, Miishaamii fi Shemed. Shemediin kun ka qachaa Onootii fi Lodii olloota adaala isaanii jiranulle ijaare.
13
Berii'aa fi Shemaan, sooressitoota maatii qachaa Ayalonii keessa le'anuu ti; isaan worra qachaa Gaatii keessa le'anu ari'anee baasane.
14
Ahiiyon, Shaashaaq, Yeremoot,
15
Zebaadiyaan, Araad, Ader,
16
Mikaa'el, Yiispha'aa fi Yohaan ilmaan Berii'aa ti.
17
Zebaadiyaa, Meshulaam, Hiizeqi, Heber,
18
Yiishmeraayi, Yiizlii'aa fi Yobaab ilmaan Elphaa'alii ti.
19
Yaaqiim, Ziikri, Zabdi,
20
Elii'enaayi, Ziiletaay, Elii'el,
21
Adaayaa, Beraaya'aa fi Shiimraat ilmaan Shime'ii ti.
22
Yiishphaan, Ebeer, Elii'el,
23
Abdoon, Ziikri, Haanaan,
24
Hanaaniyaan, Elaam, Antotiiya,
25
Yefdeya'aa fi Phenu'el ilmaan Shaashaaqii ti.
26
Shamsheraayi, Shehariiya, Ataaliyaa,
27
Yaa'areshiiya, Eliya'aa fi Ziikri ilmaan Yerohaamii ti.
28
Isaan kun akka hidda dhaloota isaaniititti sooressitoota maati'ii te'anee barreeffamanee, Yerusaalem keessa le'ane.
29
Yeyi'el abbaa Giibe'onii ka qachaa Giibe'onii ijaaree keessa le'e; maqaan niitii isaa Ma'aka'a.
30
Ilmi isaa angafichi Abdoon; itti aananee Zuur, Qiish, Ba'aal, Neer, Naadaab,
31
Gedoor, Ahiiyoo, Zaakerii
32
fi abbaa Shime'aa Miiklot. Isaan kunille fuullee fira ifii Yerusaalem keessa le'ane.
33
Neer abbaa Qiishii ti; Qiish abbaa Saa'olii ti; Saa'ol: Yonaataan, Malkiishuwaa, Abinaadaabii fi Esh-Ba'aal uumate.
34
Yonaataan Meriib-Ba'aal uumate; Meriib-Ba'aal Miikaa uumate.
35
Ilmaan Miika'aa: Phiiton, Melek, Taare'aa fi Ahaaz.
36
Ahaaz, Yeho'adaa uumate; Yeho'aadaan Aalemet, Azmaawetii fi Ziimrii uumate; Ziimri, Mozaa uumate.
37
Mozaan, Biine'aa uumate; Biine'aan, Raafaa uumate; Raafaan, El'aasaa uumate; El'aasaan, Azeel uumate.
38
Azeel ilmaan jaa: Azriiqaam, Bokeruu, Ishimaa'el, She'ariyaa, Obaadiya'aa fi Haanaan uumate; isaan kun martinuu ilmaan Azeelii ti.
39
Ilmaan Obboleessa isaa Asheeqii: angafichi Ulaam, ka lammeesso'oo Ye'ush, ka sadeesso'oo Eliifelex.
40
Ilmaan Ulaamii loltoota jajjaboo, worra guube'een lolu. Isaan ilmaan heddu'uu fi ilmaan ilmaa isaanii hedduu wolumatti dhibba tokkoo fi shantama qaban. Isaan kun martinuu sanyii Beniyaaminii ti.
← Chapter 7
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 9 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29