bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
/
Hosea 14
Hosea 14
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
← Chapter 13
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
1
Ee kolbaa Israa'elii, cubbuun teessan waan isin gufachiitteef, gara Mootii Waan Maraa Waaqa keessanii deebi'a'a.
2
Jechoota kana isaan jedhiisaaf, fudhadha'aatii gara Mootii Waan Maraa deebi'a'a'a: «Cubbuu teenna mara nuu araaram! Galata dansaa afaan keennaa akka dhikeessinu, mararti'iin nu fudhadhu.
3
Asoor nu baasuu hin dande'u; fardoo lolaa irra hin teennu; ijoollee haadhaa fi abbaa hin qanne si'iin marartii waan dhaggattuuf, nuuti ijjumaa deebinee waan harki keenna hujeen, ‹Waaqota keenna› hin jennu» jedha'aan.
4
Mootiin Waan Maraa, «Ani dhukkuba na irraa isaan fageessu irraa isaan hin fayyisa; aariin tiyya isaan irraa waan deebiteef, ani akkasumaan isaan hin jaaladha.
5
Ani Israa'eliif akka tiifu'uu hin te'a. Isaan akka daraara'aa hin baqan; akka hindheensa Libaanonii hidda gad hin naqatan.
6
Isaan quunxoo haareya hin baasan. Akka muka ejersaa hin miidhagan; fooleen isaanii akka hindheensa Libaanonii hin teeti.
7
Isaan deebi'anee gaaddisa kiyya jala hin boqatan. Akka midhaanii hin latan; akka muka woyni'ii hin daraaran; akka daadhii woynii biyya Libaanonii gurra hin horatan.
8
Ee kolbaan Efreemii, waaqota dharaa biraa ani maan qaba ree? Ka deebii isiniif kennu, ka isin kunuunsu ana. Ani akka muka yennaa mara bisiluu ti; eebbifam keessan na biraa dhufa» jedha.
9
Nami qaroon waan kana hin hubata; nami woy hubatu waan kana hin qalbeeffata; karaan Mootii Waan Maraa qajeela'a; balchooleen irra ideeman; finqiltooti ammoo keessatti gufatan.
← Chapter 13
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14