bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
/
Hosea 3
Hosea 3
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
← Chapter 2
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 4 →
1
Ammalle Mootiin Waan Maraa anaan, «Kolbaan Israa'elii gara waaqota dhibi'ii deebitulle, midhaan woyni'ii gogaa ka waaqota dhibi'iif adda baye jaalattulle, akkuma ani Mootiin Waan Maraa isaan jaaladhu, atille dhaqiitii, ammalle niitii teeti gaarayyeeffattuu san jaaladhu» jedhe.
2
Maarre ani meetii kudhanii shanii fi garbuu kiiloogiraama dhibba tokkoo fi shantamaatiin isii bitadhe.
3
Achiin duuba ani, «Adoo hin sagaagalin yookiin hin gaarayyeeffatin, yennaa hedduu na woliin le'i; anille akkasuma si woliin hin le'a» isi'iin jedhe.
4
Akkuma kana kolbaan Israa'eliille mootii malee yookiin qondaaltota malee, ciincaa malee yookiin soodduu woyyittii malee, woyaa hayyumma'aa ta qomaa yookiin waaqa dharaa malee woggaa hedduu hin le'an.
5
Achiin duuba Israa'elooti deebi'anee, Mootii Waan Maraa Waaqa ifiitii fi mootii ifii ka sanyii Daawitii hin barbaadan; bara muumme'ee soda'aan gara Mootii Waan Maraatii fi gara eebba isaa hin deebi'an.
← Chapter 2
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 4 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14