bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
/
Joshua 16
Joshua 16
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
← Chapter 15
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 17 →
1
Meessaan lafa sanyii Yoseefiitiif kenname gara kibbaatiin laga Yordaanosii cinaa Yeriko'oo, madda Yeriko'oo ka gara aduun baatuutii ka'ee, gara goomole'ee dhaqee haga lafa koobittii Bet'eliititti deema.
2
Bet'elii ka'ee gara Luzii dhaqee, addee Arkaawoti le'anu Ataaroot-Adaaritti dabara.
3
Achiin duuba gara aduun seentuun lafa Yaaflexootaatitti goree, cinaa Bet-horoonii jalaatiin dabaree, gara Gezerii dabaree Abbaayaa Mediteraaniya'aatitti dhaabbata.
4
Sanyiin Yoseefii, gosi Efreemiitii fi Minaase'ee lafa ifii fudhatane.
5
Latti gosi Efreemii akka maatii maatii isaaniititti fudhatane tana: meessaan isaanii gara aduun baatu Ataarot-Adaar irraa haga Bet-Horoonii gaara irraa deemee,
6
haga Abbaayaa Mediteraaniya'aa ti. Gara kaabaatiin meessaan isaanii Mikmaata'a. Achille'ee gara aduun baatuun Taanaat-Shiilo'otti deebi'ee, gara aduun baatu Yaano'atti dabara.
7
Achiin duuba Yaano'aa irraa gara Ataarotii fi Na'aaratitti gad deemee, Yerikoo geyee Yordaanositti dhaabbata.
8
Taafu'aa irraa ka'ee gara aduun seentuun laga Qaanaa dhaqee, Abbaayaa Mediteraaniya'aatitti dhaabbata. Latti gosa Efreemiitiif akka maatii maatii isaaniititti kennante tana.
9
Tunille qachootaa fi olloota lafa gosa Minaase'ee keessaa, ta gosa Efreemiitiif kennante dabalatti.
10
Worri Efreemotaa ammoo worra Kana'aanotaa ka Gezer keessa le'anu achii ari'iisa hin dandeenne; tanaaf worri Kana'aanotaa haga adhaalle odduu isaanii le'aa akka garbootaa akka isaaniif hujanu hunnaan tolfamane.
← Chapter 15
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 17 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24