bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
/
Joshua 20
Joshua 20
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
← Chapter 19
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 21 →
1
Achiin duuba Waaqi Iyaasu'uun,
2
«Kolbaa Israa'eliitiin, ‹Ani akkuma karaa Muuse'eetiin isin ajajetti qachaa itti baqatanu fila'a.
3
Nami tokko adoo hin beekin danu'uun nama yoo ijjeese, nama haluu bayiisaaf isa barbaadu jalaa achi baqata.
4
Inni qachoota san keessaa gara tokkootitti yennaa baqatu, seensuma karra qachaa sanii dura dhaabbatee haajaa ifii jaarsolee qachaa saniititti himata. Achiin duuba akka inni qachaa san seenu eeyyamanee, addee inni le'u kennan; maarre inni achi keessa le'a.
5
Nami isa haluu bayiisaaf barbaadu sun yoo hordofe, nami nama ijjeese sun adoo hin beekin danu'uun waan ijjeeseef, worri qachaa sanii nama haluu isa bayiisaaf barbaadutti dabarsee kennuu hin qabu.
6
Nami nama ijjeese sun mura'aaf kolbaa duratti haga dhikaatuu fi hayyichi guddaan bara sanii haga du'utti qachaa san keessa turuu ti. Achiin duuba gara qachaa keessaa baqatee deebi'ee mana ifiititti galuu ti› jedhi» jedhe.
7
Maarre Israa'elooti Qedeeshii Galiilaa keessaa, biyya koobittii Niftaalem keessaa, Sheekemii biyya koobittii Efreemii keessaa, kiriiyat-Arbaa ta amma Hebroon jedhantu ta biyya koobittii Yihuda'aa keessaa filane.
8
Laga Yordaanosii irraa gara aduun baatuun, Bezerii fuullee Yeriko'oo lafa gooroo goomolee biyya gosa Ruuben keessaa, Raamoot ta Giil'aadii biyya Minaase'ee keessaa, Golaan ta Baashaanii biyya Minaasee keessaalle filane.
9
Kolbaa Israa'eliitii fi orma odduu isaanii le'u maraaf qachaan akka itti baqatanuuf filame kana. Eennulle adoo hin beekin danu'uun nama yoo ijjeese, nama haluu isa bayiisaaf barbaadu jalaa achi baqata; eennulle adoo kolbaa duratti qara itti hin muramin hin ijjeefamu.
← Chapter 19
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 21 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24