bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
/
Revelation 19
Revelation 19
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
← Chapter 18
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 20 →
1
Asiin maayii sami'itti, «Hallee luyyaa! ta seebaru'uun lafa balleessite seebartuu guddoo waan itti murteeffameef waan dhiiga garbotaa harka isi'iitti haluu baaseef»
2
Murteen isaa dhuga'aa fi qajeelaa waan ta'eef, fayyisuun, ulfinni, hunnillee ka Waaqa keennaati! jedhee hennaa dubbatu laagaa akka banii hedduu dhagaye.
3
Ammallee, «Hallee luyyaa! jedhan. Aarri isi'ii baraa haga bara baraa hin aara»
4
Manguddoonni diddaamii afurii fi busaayoonni afurii, afoo isaaniititti gad kufanii Rabbii teessoo irra taa'ee, «Amiin, halle luyyaa!» jedha'aa sagadaniif.
5
Laagaan, «Garboonni maruu worri isa sodaatan didiqqaanii fi gugurdaan Waaqa keenna galateeffadhaa'a!» jedhu teessoo isaa biraa dhagayame.
6
Laagaa akka laagaa banii hedduu laagaa akka laagaa bisaan gudda'aa laagaa akka laagaa gigissaa gudda'aa jiru hennaa akkana jedhu dhagaye. «Hallee luyyaa! ka maraa bulchuu Waandhi Gooftaan keenna waan mooyeeruuf.
7
Waan ciini hoolaa Rabbii gayeef, isiinillee waan uf qopheessiteef haagammannuu, ililfata'aa, ulfinna isaa haa dhiyeessinuu!
8
Uffata qulqulluu haphii fuuttaa irraa hojjatame akka uffattu kennameef.» Uffanni qulqulluun haphiin fuuttaan hujii woyyootaa ka qajeellumma'aati.
9
Innillee, « ‹Worri hurbaataa cidha Hoolaa Rabbii irratti waamame eebbifamtoota› jedhii barreessi» naan jedhe. Akkasuma, «Kun dubbii Rabbii ka dhuga'aati» naan jedhe.
10
Anillee isaa sagadu'uuf luka isaa jalatti kufe, innillee, «Akka akkas hin goone uf eegi! Anillee obboleeyyan kee kaawwan woliin akkuma worra ragaa Yesuusii qabanii garbicha, ragaan Yesuusii Ayyaana raaga'aa waan ta'eef, Rabbii sagadi» naan jedhe.
11
Samii baname arge, kunoo ka farda guddaa ol fagaatu irra taa'e, «Amanama'aa fi ka dhuga'aati» jedhama. Qajeellumma'aan murteessa, hin lolalle'e.
12
Iji isaa akka arraba ibiddaati; mataa isaa irra qoobii ulfinnaa heddutu jira. Maqaa biraa ka isaa malee ka eennullee hin beenne qaba.
13
Uffata dhiinni itti faca'eeru uffateera, maqaan isaa dubbii Rabbiiti jedhameera.
14
Loltoonni samii jiranillee adi'ii fi uffata haphii quuncee talbaa irraa hojjatame uffatan faradoo gugurdoo irra taa'anii duukaa deeman.
15
Guraadee qaramaa worra Yihuudota hin taane ittiin dhayutu afaan isaa keessaa baya, innillee ulee sibiilaatiin isaan bulcha. Innillee daadhii woyini'ii ta lola hamaa Rabbii waa maraa danda'u itti cuunfatu san dhidhiita.
16
Uffataaf gudeeda isaa irratti barreeffama maqaa, «Mootii moototaa, Gooftaa, Gooftootaa» jedhu qaba.
17
Maleekkaa tokkollee ka aduu keessa dhaabate arge, Simbirran samii keessa bararan maruu kootta'aatii foon moototaa, foon ajajaa loltuu kumaa, foon worra jajjaba'aa foon farado'oo, foon worra faradoo irra taa'anii, foon gooftotaatiif garbootaa, foon didiqqa'aatii fi gugurdaa maraa akka nyaattan, «Gara hurbaata Rabbii gudda'aa wolgaya'aatii asi yaa'a'aa» jedhee laagaa gudda'aan iyye.
19
Ka farda irra taa'een loltoota isaatiin lolu'uuf loltoonni mootota biyya lafaatiif bineensaan wol gayan arge.
20
Bineensillee hin qabame worri isa afo'otti maalalee godha'aa malkata bineensaa worri fudhatan, worra fakii isaatii sagadan ka dogoggorse raanni sobaa isa woliin qabame; lamaanuu uduu lubbu'uun jiran gara ibidda dhagaa bobayuu gara galaana ibiddaa darbaman.
21
Worri fardarratti hafan guraadee afaan isaatii bayuun dhuman; allaattiin maruu foon isaanii nyaatanii quufan.
← Chapter 18
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 20 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22