bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
/
1 Chronicles 16
1 Chronicles 16
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
← Chapter 15
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 17 →
1
Duuba worri Sanduqa Wold'aqisa d'ufeeni waaro Daudini jaareefi keesa kaye. Jennaani worri waan gubani sorio baasanifi sorio wold'ageeti AABBO Waaqaa baase.
2
Daudini eegi sorio suni ch'ufa baase, maqa AABBO Waaqatiini biyya eebise,
3
sagale tana nama ch'ufa d'iirafi nad'eeni Israeliti qoode: Sagaleeni sunini qit'a, fooni wot'alaati, zabibu gogoddu.
4
Daudini worra gosa Lawi haga toko fohate, aka worri huji kad'acha AABBO Waaqa Israeli, Sanduqa Wold'aqisa durati, tolche galata deebiseefi isaa faarsu.
5
Nami huji suniti mata Assafu, ka iti aanu Zekaria. Worri kirari d'auleeni kana; Yeieli. Nami bilbila d'au Asafu;
6
ammo nami hojja ch'ufa Sanduqa Wold'aqisa durati magalata d'au, qaalole lama ta Benaiyafi Yahazieli jed'ani.
7
Guyyaani sunini guyya qara ka Daudini Asafufi oboleyaani isaa, faaru AABBO Waaqa tana d'ad'a jed'aniini.
8
Koota AABBO Waaqa galata deebisa, isaa yaamad'a; waan inni tolche gosa ch'ufati hima.
9
Sirba, isaa faarsa, waan jabdu inni tolche odeesa.
10
Waan nu nama isaa taanefi gammada, nami isa yaamatu ch'ufti ha gammaduti.
11
AABBO Waaqa d'aqa, qarqaarsa kad'ad'a, hojja ch'ufa isa yaamad'a.
12
Isani d'alooti Yakobo, hojatu Waaqa, d'aloota Israeli ka Waaqi fohate, waan mama ka Waaqi tolche qaabad'a, dubbi inni mure inded'ina.
14
AABBOONI Waaqa keenna, jechi isaa ka gosa lafa ch'ufaati.
15
Wold'aqisa Waaqaa, ka inni haga jiru jireenna tolche, indidina,
16
wold'aqisa inni Abrahamuuni tolfateefi kakhu inni Isaaqo kakhate.
17
Inni wold'aqisa haga jiru jireenna jiru Yakobo woliini tolfate.
18
Waan jed'eeni, Anini lafa Kanaani sii kenne, isiini hand'ura ke taati.
19
Gumiini Waaqa diqo, lafa Kanaani keesaleti keessuma.
20
Worri fulla tau d'abe, lafafi gosa d'ibi ch'ufa keesa mare.
21
Ammo Waaqi gosa d'ibi worra dabsu d'owe, maro worraatifi hayyoota gorse waan jed'eeni:
22
gumi anini fohad'e woma intolchina, raagoota tiyyale intuqina.
23
Lafti ch'ufti ha AABBO Waaqa faarsitu! Ha guyya ch'ufa, aka inni nu baase, odeesitu.
24
Guddinna isaa gosa ch'ufati odeesa, huji isaa ta mama gosa ch'ufati hima.
25
AABBO Waaqi gudda, isa guddisani faarsu malani; Waaqa ch'ufa ira isa sodaachu malani.
26
Waaqi gosa d'ibi kaani ch'ufti waan harkaani mid'aasani, ammo AABBOONI ka gubba uume.
27
Guddinnaafi ulfinni kama isaati, jabeennaafi gammadi fulla inni tau jira.
28
Isani nami lafaa ch'ufti, guddinnaafi jabeenni ka AABBO Waaqa jed'a.
29
Guddinni waan maqa AABBO Waaqati male jed'a; waan baasu maltani baasafi, mana isaa keesa isa duraani koota. Hojja inni qulqullooma isatini d'ufu AABBO Waaqa durati gajed'a;
30
lafti ch'ufti ha isa durati hollatu! Lafa fulluma iti uumani jirti, dandaani inchochoosani.
31
Lafafi gubbaleeni ha gammaddu! Gosa ch'ufati AABBO Waaqi hayyu jed'a hima.
32
Bisaani baariinitifi wonti iti gala ch'ufti ha dibbiftu; oobrufi wonti keesa jira ch'ufti ha gammadu!
33
Duuba mukeeni badda ch'ufti gammade AABBO Waaqa durati sirbiti, gaafa inni lafa fidu d'ufu.
34
AABBO Waaqi dansa, galata deebisaafi; jaalalti isaa haga jiru jireenna jirti.
35
Waan isani jettaniini, Ee Waaqa, baafama keenna, nu baasi; wolti nu yaami, gosa d'ibi jalaa nu baasi, aka nu galata si deebifne maqa kanke qulqullo faarsinu.
36
AABBO, Waaqa Israeli, faarsa! Haga jiru jireenna ch'ufa isa faarsa! Jennaani gumiini ch'ufti Amini jette, AABBO Waaqa faarsite.
37
Duuba Daudini Asafufi oboleyaani isa huji kad'acha ta fulla Sanduqa Wold'aqisa kayaniti kad'atani worra iti mataa tolche, waan jed'eeni, Huji tana guyya ch'ufa tolcha.
38
Ammalle Obed-Edomu ilma Yeduthunitifi nami jaatami saddeeti, ka balbala gosa isaa, ha worra suni qarqaare, Hosafi Obed-Edomuni ha fullo eegani jed'e.
39
Ammo qaallichi Sadoki jed'anifi qaaloleeni oboleyaani isaa taani, huji kad'acha ta AABBO Waaqa Gibeoniti kad'atani, ha gubbaa worraa taatu.
40
Worri diiramafi galgala ch'ufa ha hori gube waan aka mesa kaani irati sorio baasu, aada Seera AABBO Waaqi t'aafe worra Israeliti kenne gula.
41
Worra woliini Hemanifi Yeduthunifi worra maqesani fohataniti jira, aka worri maro jaalala AABBO Waaqa ta haga jiru jireennatiifi isa faarsu.
42
Hemanifi Yeduthunini, magalatafi bilbilafi miha sirba d'ibi, ka hojja Waaqa faarsani d'aani, olkaya. Ammalle nami balbala gosa Yeduthuni ch'ufti fullo eega.
43
Jennaani nami ch'ufti kae worra ufiti gale, Daudileni gale worra ufi woliini tae.
← Chapter 15
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 17 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29