bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
/
Proverbs 16
Proverbs 16
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
← Chapter 15
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 17 →
1
Ato nami woi malatele, mali sunini Waaqumani qajeela.
2
Nami kara ufi ch'ufa qajeela seha, ammo AABBO Waaqi herega nama ch'ufa imbeekha.
3
Waan tolchitu ch'ufa AABBO Waaqa ira keeyad'i, duuba heregi kanke ch'ufti sii guutama.
4
AABBO Waaqi waan mid'aase ch'ufa woumafi mid'aase, ch'ubbichale aka balleesuufi uume.
5
AABBO Waaqi kiyyibaa ch'ufa injibba: beekha, inni worra akasi suni ch'ufa ingaargalcha.
6
Nami Waaqa jaalate saalfatufi araarsa isa ira argata; nama AABBO Waaqa sodaatuti ch'ubbu iraa gora.
7
Nami waan AABBO Waaqa gammachiisa ch'alla tolchu nyaapa isaale wold'aqani nagayaani woliini taani.
8
Nami yo waan diqo kara d'ugaatini argate, nama hori heddu kara dabatini argate ira jira.
9
Nami garaa ufitini woi herega, ammo nami kara dansaati isa qajeelchu Waaquma.
10
Hayyuuni qarooma Waaqi kennefiini dubbi mura, murani isaleeni qajeeltu.
11
AABBO Waaqi waan woini biimani, miisanafi d'und'umale qajeeltu namaani indabsine fed'a.
12
Hayyooti waan daba ka lafa keesati tolchani diqole inobsitu, wonti akanatiifi wonti finna hayyuuni namaani fidu jabeesa d'uga ch'alla.
13
Hayyuuni dubbi d'ugaa fed'a, ammalle nama d'uga suni dubbatule injaalata.
14
Eegi hayyuuni dallane dooti namaa inooltu, ammo qarooni sosobeti isa gammachiisa.
15
Gammadi hayyu namaa jireenna, eebiti isa duumansa ganna fakaati.
16
Beekhaafi qaroomi qarsifi worqi ira namaa jira.
17
Karaani nami qajeelani deemu hameenna iraa gora, tanaafi kara gula deemtu laalad'i, lubbu ufi baasi.
18
Ufi saaditini baditi nama geesiti, kiyyibileeni duani nama gaha.
19
Nami hiyyeesi, ka ufi inguddimne, kiyyibaa hori saame qoodatu ira gooma.
20
Nami waan baratu jabeesu waan dansaani baha, nami AABBO Waaqa d'ugeefatuleeni eeba qaba.
21
Qarooni beekha ufitini gurra baafata, dubbuma isaa miooftuni nama ufi gula deebisa.
22
Qaroomi nami qabu madda jireennati, ammo nami daalle wo barsiisu ufuma lafati hafa.
23
Nami wobeekhu herege dubbata, jechi worraleeni ufi gula nama deebisa.
24
Dubbini dansaani aka damna mioofti-miaani isii afaaniti qunt'ulofte nafa si mid'aasiti.
25
Kara atini qajeela seetuti duati si geesa.
26
Nami beela ufi d'owa jed'e huji hojatu jabaate hojata.
27
Ch'ubbichi kara namaani balleesu barbaada, dubbini isaaleeni gubbde nama balleesiti.
28
Nami hamaani nama hamatu hama ufitini nama wolti naqe, jaallowaanile gargari baasa.
29
Nami d'ibaani deemu jaallowaani ufi sobe badiini iti d'ufa.
30
Nama ila siti qise siti ch'iniinatu eegad'i, nami suni hameenna garaa sii qaba.
31
Nami lubbu bule arri baase nama d'ugaa ka Waaqi eebise.
32
Miira guddinni jannooma ira jira. Nami obsa gudda nama dira heddu had'e dabsatu ira jira.
33
Nami hit'a buufate waan iti deemu laala, ammo wonti ch'ufti AABBO Waaqaani, taati.
← Chapter 15
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 17 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31