bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
/
Proverbs 20
Proverbs 20
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
← Chapter 19
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 21 →
1
Nami farso d'uge machau daalle, inni d'uge namaani woldide ufi balleesa.
2
Dallansuuni hayyuu itansu nyeench'a fakaati, nami isaa dallansiisu seeruma nama ufi ijeese.
3
Daalleeni yoosu namaani woldiddi, ammo nami waan akasi iraa fagaatu nama ch'eera foko qabu.
4
Nami oobru qabu, ka hojja fach'aasa oobru inqotanne, gaafa mid'aani murtani woma inargatu.
5
Heregi namaa aka eela qile, ka bisaani isa gafago jirani, jira, ammo nami wo beekhu dandae herega suni diidati gabaasa.
6
Nami hedduuni dansumafi balchuma ufi saada, ammo nama dansumafi balchuma qabu aka tabaati lafa keesati inargani?
7
Nami d'ugaa qajeelani wollaala intolchu, ilmaani isaaleeni takaa tana eeba argatti.
8
Hayyuuni, yo tae dubbi qoru, waan hamtufi dansale gargari baasa.
9
Eenuti dandae, Anini ch'ubbu inqabu, garaani kiyyaleeni qulqullo jed'a?
10
AABBO Waaqi nama waan biimu keesa, miisanafi d'und'umani nama dabsu, injibba.
11
Ijoollele woma isiini hojattuuni adaba isii hamafi dansale beekhani.
12
Gurra woini d'agayanifi ila woini arganile AABBO Waaqati namaa kenne.
13
Yo hiriba ch'alla jaalatte inhiyyoomata; kai wo hojad'i, waan nyaate d'uddu argata.
14
Nami woi gati had'u jiru, nama iraa bitu jiruni tae, gatini hamtu jed'aani, ammo eegi bitate bira deeme, kiyyibe, lafuma fud'ad'e jed'a.
15
Nami waan jechu jiru hubatu waan worqifi d'akha ch'ululuqa ira jira qaba.
16
Nama daallae nama fuula imbeenne, Anati gati tante sii baasa jed'u, hori isaa haga inni gati suni baasuti qabdo ira qabu malani.
17
Sagaleeni atini kara dabaatini argattu yo atini nyaachu jirtu siti mioofti, ammo eege had'aa siti taati.
18
Gorsa fud'ad'i woini baata; mala male, woraana fud'atte duula indeemini.
19
Nami dubbini keesa inteenne, dandae woma ind'ossu; nama suni iti ind'iaatini iraa fagaad'i.
20
Nama abbaafi haad'a ufi abaaru lubbuuni isaa akuma ifse dukana keesati d'aamfani d'aamti.
21
Horini atini kara laafaani argate hori intahu.
22
Anini haalo ufumaani baafad'a injed'ini, AABBUMA Waaqati ufi lakisi, ha inni si qarqaaruti.
23
AABBO Waaqi nama miisanafi kilo woini biimu keesa nama dabsu diqole infed'u.
24
AABBO Waaqati ejjata nama qajeelcha, nami akami dandae kara ufi beekha re?
25
Herega male Waaqaa wo baasa injed'ini, hegeri hanqatte ufii gaabita.
26
Hayyuuni qarooni nama waan hamtu tolchu barbaade naasu male gaargalcha.
27
AABBO Waaqi qalbiifi herega nuu kenne; nu dandeenne nafa keenna wa ind'ofannu.
28
Hayyuuni yo d'ugaafi qajeelumafi jaalala ch'allaani nama mohatu ch'alla lafa moha.
29
Dansumti kaima, jabeenna isaati, mid'aagumti jaarsa, arri isaati.
30
Hojja gari, gaargalani male, heregi namaa injijiramu.
← Chapter 19
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 21 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31