bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
/
Proverbs 29
Proverbs 29
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
← Chapter 28
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 30 →
1
Nama mata jabaate gorsa fud'achu didu takaa tana imballeesani, deebie inkau.
2
Hojja nami d'ugaa lafa mohatu nami ingammada, ammo yo ch'ubbichi lafa mohatu nami gaargale gunguma.
3
Nami qarooma jaalatu abba ufi gammachiisa, ammo nami sharmut'a gula deemu hori ufi balleesa.
4
Yo hayyuuni d'uga gula deemu lafti inni mohatuleni injabatti, ammo yo inni beesuma ch'alla gula deeme gumbo nama iraa fud'ate, lafuma ufi balleesa.
5
Nami jaala ufi sobu t'urura keesa ufi buusa.
6
Ch'ubbichi dabuma ufitini haada ufi kaya, ammo nami d'ugaa gammade ufumaa sirba.
7
Nami dansaani hiyyeesaa dubbate aka isa dabsani dida, ammo ch'ubbichi waan suni woma ira inqabu.
8
Nami nama d'ibi tufatu nama dira keesa jiru ch'ufa wolti naqa, ammo nami woi beekhu nagaya barbaada.
9
Yo nami qarooni daalle himatu, daalleeni lalabe koble isa arabsa.
10
Nami namuma ijeesu ch'alla barbaadu, nama d'ugaa injibba, ammo nami qajeelani nama akana kana qorqorate lubbuu baasa.
11
Daalleeni dallansu d'ofachu imbeetu, ammo nami wo beekhu obse ufi d'owa.
12
Yo nami lafa mohatu dubbi d'ara ch'aqase gula deemu, worri isa jala hojatu ch'ufti nama d'araa taha.
13
AABBO Waaqi hiyyeesafi nama isa dabsule harkaafi miila kenneefi akanaani wolfakeesa.
14
Yo hayyuuni hiyyeesa d'ugaani fide, inni bara heddu lafa fida.
15
Gorsaafi uleeni waan ijoolle male. Yo ijoolle akanumati lakisani isiini takaa tana haad'a ch'eersiti.
16
Yo ch'ubbichi lafa mohatu, ch'ubbuti lafa ira dabra, ammo nami d'ugaa badi worra suniti d'uftu inuma arga.
17
Ilma kanke gorsi, qajeelchi, duuba inni gurra siti tolche ch'eeru si d'owa.
18
Gochiti gorsa Waaqa imbeenne gosa aada womatu qabduniti, ammo nami seera Waaqa guutu nama gammada qabu.
19
Hojattu dubbini ch'allaani inqajeelchitu, ato dubbi tante gurraani d'ageetele gula indeemtu.
20
Atini nama herega male dubbatu garte? Nama akasi suni daalleti ira gooma.
21
Yo atini nama si hojatu waan inni fed'u ch'ufa ijoollumani kenniteefi inni takaa tana si d'aala.
22
Nami miira diqa, ka yoosu dallanu, wold'abisaafi woldidaani d'ufa.
23
Kiyyibi si balleesa, ammo yo atini kiyyibu baate gurra dansa argata.
24
Waheli hattu ufuma balleesa, inni, ato aka abaarsa Waaqa ira argatu beekhu, d'uga dubbachu dida.
25
Nami waan isa ka nami d'ibiini isa duuba dubbatu sodaatu gaargala seena, ammo nami AABBO Waaqa sodaatu gaargala keesaa baha.
26
Nami hedduuni aka hayyuuni worra jaalatu fed'a, ammo AABBUMA Waaqa ch'alla iraa d'uga argatani.
27
Nami d'ugaa ch'ubbicha jibba, ch'ubbichileeni nama d'ugaa jibba.
← Chapter 28
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 30 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31