bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
/
Proverbs 21
Proverbs 21
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
← Chapter 20
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 22 →
1
AABBO Waaqi akuma yaasuma galaana qajeelchu, herega hayyule qajeelcha.
2
Nami waan tolchu ch'ufa qajeeltu seha, ammo AABBO Waaqati herega nama ch'ufaa beekha.
3
AABBO Waaqi sorio atini baaftufi ira, d'ugaafi qajeeluma atini tolchitu fed'a.
4
Ch'ubbichi ufumaa saaditifi kiyyibuma ch'alla gula deema, ammo wonti kunini ch'ufti daba.
5
Nami mala qabu waan heddu argata, ammo nami arifate wo tolchu waan nyaate d'ugule ind'aba.
6
Horini kara ch'ubbutini argatani imbada, ammo ato imbanne boola dua keesa si buusa.
7
Ch'ubbichi kara d'ugaa dide hameennuma ufitini ufi balleesa.
8
Nama wollaala qabu karaani isaleeni qajeelaniti, ammo nami woma iyyakini kara qajeela keesa jira.
9
Fulla niiti d'ibditi nama gaargalchituni mana takati woliini galani, nama biraa bahe goseti galuti ira jira.
10
Ch'ubbichi hojja ch'ufa hameenna barbaada, inni naasu nama tokole inqabu.
11
Hojja kiyyibaani gaargala argatu, nami woi imbeenneleeni ira wo barata. Qarooni waan barsiisani ira woi barata.
12
Waaqi d'ugaa waan worra ch'ubbicha keesati tolchani ch'ufa beekhe, worra isaa suni balleesa.
13
Nama boha hiyyeesa ch'aqasu dide, ato inni qarqaarsa bohele isa inch'aqasani.
14
Nama siti dallanu wonti d'ossati kennanifi inch'alisiifti.
15
Yo kora keesati d'ugaa dubbatani nami d'ugaa ingammada, ammo ch'ubbichi ingunguma.
16
Nami kara hubachaa iraa gore, dueti boola ekherati gala.
17
Nami machi jaalatu inhiyyoomata, ammalle nami daad'ifi d'ad'a jaalatu haguma jiru woma inhoratu.
18
Nami ch'ubbu badi inni nama d'ibitini d'ufu fed'u ufitini d'ufa.
19
Fulla niiti d'ibditi haguma jirtu teete gungumtuni wolti galani yo biraa deemani alaati galani ira jirti.
20
Nami woi beekhu sagale dansa olkeyata, ammo daalleeni hori ufi akuma argatuni nyaate fit'a.
21
Nama naasufi d'uga gula deemu, lubbuuni d'eerate namileeni isaa saalfata.
22
Abbaani duula qarooni dira naabo jabduuni jaarani had'e dabsate, naabo worri d'aabatule ch'abse balleesa.
23
Yo atini d'iba keesa ufi buusuu infeene, araba ufi tissi.
24
Kiyyiba na garsiisi, aninileeni nama ufi saade ufi olfuud'e nama d'ibi tufatu si garsiisa.
25
Nami laafaani woma hojachu infeene ufuma ufi ijeesa.
26
Inni guyya kana ch'ufa woma d'ara ufi ch'alla tae herega, ammo nami d'ugaa woma nama ind'owatu, garaa tokooni wo namaa kenna.
27
Sorio worra ch'ubbuu AABBO Waaqi injibba, keesuma yo worri herega hamaani baasufa inni aka hama jibba.
28
Nami d'ara d'ugeesu imbada, ammo jechi nama wo hubatu imbadu.
29
Nami d'ugaa ufi ind'arefatu, ammo ch'ubbichi waan ch'ufa keesa ufi tolcha.
30
Yo AABBO Waaqi si jibbe, wonti tokoleeni ta atini qarqaarsa iraa argattu injirtu, qarooma taanaani, beekha taanaani, malalle taanaani.
31
Nami fardaani induula, ammo ka nama dabsachiisu AABBO Waaqa.
← Chapter 20
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 22 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31