Psalms 10
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
4Namni hamaan sababaa boona ufiitiif Rabbiin hin barbaadu; yaada isaa maraa keessa Waandhi hin jiru.
8Gandiin keessa riphee taa'a; nama qulqulluu udume'etti ajjeesa; ija ufii hiyyeeyyii irra taasifata.