Psalms 86
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
9Gooftaa'a! baniin ati uumte maruu; dhufanii si afo'otti sagadan; maqaa keetiifillee ulfinna kennan.
13Jaalalli ati natti mudhifte waan guddoo taateef; lubbuu tiyya gad fageenna asaabaa keessaa baafte.