bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Psalms 89
Psalms 89
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 88
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 53
Chapter 54
Chapter 55
Chapter 56
Chapter 57
Chapter 58
Chapter 59
Chapter 60
Chapter 61
Chapter 62
Chapter 63
Chapter 64
Chapter 65
Chapter 66
Chapter 67
Chapter 68
Chapter 69
Chapter 70
Chapter 71
Chapter 72
Chapter 73
Chapter 74
Chapter 75
Chapter 76
Chapter 77
Chapter 78
Chapter 79
Chapter 80
Chapter 81
Chapter 82
Chapter 83
Chapter 84
Chapter 85
Chapter 86
Chapter 87
Chapter 88
Chapter 89
Chapter 90
Chapter 91
Chapter 92
Chapter 93
Chapter 94
Chapter 95
Chapter 96
Chapter 97
Chapter 98
Chapter 99
Chapter 100
Chapter 101
Chapter 102
Chapter 103
Chapter 104
Chapter 105
Chapter 106
Chapter 107
Chapter 108
Chapter 109
Chapter 110
Chapter 111
Chapter 112
Chapter 113
Chapter 114
Chapter 115
Chapter 116
Chapter 117
Chapter 118
Chapter 119
Chapter 120
Chapter 121
Chapter 122
Chapter 123
Chapter 124
Chapter 125
Chapter 126
Chapter 127
Chapter 128
Chapter 129
Chapter 130
Chapter 131
Chapter 132
Chapter 133
Chapter 134
Chapter 135
Chapter 136
Chapter 137
Chapter 138
Chapter 139
Chapter 140
Chapter 141
Chapter 142
Chapter 143
Chapter 144
Chapter 145
Chapter 146
Chapter 147
Chapter 148
Chapter 149
Chapter 150
Chapter 90 →
1
Yaa Rabbi! waan jaalala kee ka bara baraatiif hennaa maraa faarfadha; amanamummaa kee dhalootaa haga dhalootaa afaan kiyyaan hima.
2
Akka ati jaalala kee ka bara baraa hundeessitu; amanamummaa keellee sami'itti akka jabeessitu hin dubbadha.
3
Ati akkana jetteerta, «Ka filadhe woliin waadaa galeera; Garbicha kiyya Daawitii kakadheera;
4
«Fiixaa kee baraa haga bara baraa dhaaba; teessoo keellee dhalootaa haga dhalootaatitti dhaaba.»
5
Yaa Rabbi! samiiwwan hujii maalale'ee kee; amanamummaa keellee gumii woyyootaa jiddu'utti jajan.
6
Ol gubbaa sami'iititti; eentu Rabbiin wol qixxaayuu danda'a? uumama samiiwwanii jiddu'uu eentu Rabbiin fakkaata?
7
Rabbi ka gumii woyyootaa jiddu'utti sodaatamu; waan naannaya isaa jiru maraa caalaa guddisee kabajjama'a.
8
Yaa Rabbi! Waaqa banii maraa! ka akka keetii eennu? Yaa Rabbi! Ati jaba'a; amanamummaan kee si marseera.
9
Ati dheekkamsa galaanaa hin tooyatta; yoo dambaliin ka'u hin cadhisiifta.
10
Ra'aabiin akka waan qalameetitti butuchite; irree kee jaba'aan diintota kee bittinneessite.
11
Samiiwwan keeti; ardiinillee teeti; adunya'aa fi waan isii keessa jiru maraa situ hundeesse.
12
Ka kaabaa fi kibba uume si'i; Taaboorii fi Armoni'eem maqaa keetiin usheexxan.
13
Ati ka irree jaba'aati; harki kee jaba'a; harki kee ka mirgaa hunna qaba.
14
Balchummaanii fi handhi hundee teessoo keetiiti; jaalallinii fi amanamummaan si afoo deeman.
15
Yaa Rabbi! baniin ililfachuu beeku; ka ifa fuula keetiitiin deemu eebbifama'a;
16
Guyyaa guutuu maqaa keetiin gammadan; balchummaa keetiin usheexxan.
17
Ati ulfinna jajjabeenna isaanii waan taateef; gaachena keetiin gaafa keenna ol qabde.
18
Wonteen keenna ka Rabbii waan ta'eef; mootiin keennallee kama woyyicha Israa'eliiti.
19
Hennaa san mudhataan dubbatte; banii kee amanama'aan akkana jette; nama jabaa baallii itti uwwise; ka banii keessaa filatame ol ol qabeen.
20
Garbicha kiyya Daawitiin argadhe; sayitii kiyya woyyu'uun isa dibe.
21
Harki kiyya isa irkisa; irreen kiyya isa jabeessa.
22
Diinni isa hin caalu; namni hamaan isa hin mooyatu.
23
Nyaapholee isaa isa afo'otti isaan butucha; diintota isaallee hin adaba.
24
Amanamummaanii fi jaalalli kiyya isa woliin ta'a; maqaa kiyyaan gaafni isaa ol ol jedha.
25
Harka isaa galaana irra; harka isaa ka mirgaa laggiin irra godha.
26
Inni, ‹Ati abbaa kiyya; Waaqa kiyyaa fi goda ittiin oolu› jedhee na waama.
27
Anillee hangafa isa taasisa; mootota ardii irraa caalaa ol jedha.
28
Jaalala kiyya baraa haga bara baraa eegaaf; waadaan isa woliin gale jabaatee jiraata.
29
Fiixaa isaa baraa haga bara baraa; teessoo isaa haga umurii samiiwwaniititti jabeessa.
30
«Ijoolleen isaa yoo seera kiyya dhiisan; yoo ajaja kiyya hin eenne;
31
Yoo seerrata kiyya diigan; yoo ajaja kiyya hin kabajjine;
32
cubbuu isaaniitiif ule'een; yakka isaaniitiif shabbeenaan isaan adaba.
33
Jaalala kiyya ka bara baraa ammo isa irraa hin fageessu; amanamummaa kiyyallee isa jalaa hin hanqisu.
34
Waadaa kiyya hin diigu; waan afaan kiyyaa bayellee hin gaabbu.
35
Hennaa tokko waan woyyummaa kiyyaan kakadheef; Daawitiin hin sobu.
36
Fiixaan isaa baraa haga bara baraa; teessoon isaallee na afo'otti akka adu'uu jabaatee jiraata.
37
Akka ji'a ragaa amanamtuu taatee samii jiraattuutitti; baraa haga bara baraa hundeeffama.
38
Ati ammo hin tuffatteen; hin gatteen; ka muudde guddiftee lolteen.
39
Waadaa garbicha kee woliin galte hin diidde; gulloo isaa ka ulfinnaa daaraa irra buuftee salphifte.
40
Dallawa isaa maraa hin diidde; maandhee isaallee hin balleessite.
41
Dhufa'aa lufaa maratu isa saame; ka ollaan itti baldu ta'e.
42
Harka mirgaa ka diintota isaa ol qabde; nyaapholeen isaa maruu hin gammadan.
43
Qara guraadee isaa hin balleessite; hennaa lolaallee isa hin gargaarre.
44
Gaachena isaa jalaa balleessite; teessoo isaallee biyye'etti edaate.
45
Bara ka'imummaa isaa hin gabaabsite; salphinna itti uwwifte.
46
Yaa Rabbi! kun haga yoomii ta'a? baraa haga bara baraa uf dhossitaa? dheekkamsi kee haga yoomii akka ibiddaa bobaya?
47
Barri kiyya hagam akka gabaabduu taate yaadi; ilmaan namaa duwwama akkanumaan isaan uumtee!
48
Namni uduu hin duune jireenna jiraatu jiraa? eentu awwaala jalaa uf oolchuu danda'a?
49
Gooftaa'a! amanamummaan kee ka Daawitii kakatteen; jaalalli kee ka durii eessa jira?
50
Gooftaa'a! garbicha kee hagam akka itti baldan; mudaa namoota hedduu akka baadhadhe yaadadhu.
51
Yaa Rabbi! nama diintonni kee itti baldan; deemsa nama ati muuddetti akkaataa isaan itti tuffatan yaadi.
52
Baraa haga bara baraa Rabbiin galanni haa gayu! Amiin! Amiin!
← Chapter 88
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 41
Chapter 42
Chapter 43
Chapter 44
Chapter 45
Chapter 46
Chapter 47
Chapter 48
Chapter 49
Chapter 50
Chapter 51
Chapter 52
Chapter 53
Chapter 54
Chapter 55
Chapter 56
Chapter 57
Chapter 58
Chapter 59
Chapter 60
Chapter 61
Chapter 62
Chapter 63
Chapter 64
Chapter 65
Chapter 66
Chapter 67
Chapter 68
Chapter 69
Chapter 70
Chapter 71
Chapter 72
Chapter 73
Chapter 74
Chapter 75
Chapter 76
Chapter 77
Chapter 78
Chapter 79
Chapter 80
Chapter 81
Chapter 82
Chapter 83
Chapter 84
Chapter 85
Chapter 86
Chapter 87
Chapter 88
Chapter 89
Chapter 90
Chapter 91
Chapter 92
Chapter 93
Chapter 94
Chapter 95
Chapter 96
Chapter 97
Chapter 98
Chapter 99
Chapter 100
Chapter 101
Chapter 102
Chapter 103
Chapter 104
Chapter 105
Chapter 106
Chapter 107
Chapter 108
Chapter 109
Chapter 110
Chapter 111
Chapter 112
Chapter 113
Chapter 114
Chapter 115
Chapter 116
Chapter 117
Chapter 118
Chapter 119
Chapter 120
Chapter 121
Chapter 122
Chapter 123
Chapter 124
Chapter 125
Chapter 126
Chapter 127
Chapter 128
Chapter 129
Chapter 130
Chapter 131
Chapter 132
Chapter 133
Chapter 134
Chapter 135
Chapter 136
Chapter 137
Chapter 138
Chapter 139
Chapter 140
Chapter 141
Chapter 142
Chapter 143
Chapter 144
Chapter 145
Chapter 146
Chapter 147
Chapter 148
Chapter 149
Chapter 150
Chapter 90 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40
41
42
43
44
45
46
47
48
49
50
51
52
53
54
55
56
57
58
59
60
61
62
63
64
65
66
67
68
69
70
71
72
73
74
75
76
77
78
79
80
81
82
83
84
85
86
87
88
89
90
91
92
93
94
95
96
97
98
99
100
101
102
103
104
105
106
107
108
109
110
111
112
113
114
115
116
117
118
119
120
121
122
123
124
125
126
127
128
129
130
131
132
133
134
135
136
137
138
139
140
141
142
143
144
145
146
147
148
149
150