bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
/
1 Samuel 31
1 Samuel 31
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
← Chapter 30
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
1
Bara san Filisxeemoti Israa'eloota lolane; Israa'elooti isaan duraa baqatanee, nami bacaan lola Gaara Giilbo'aa irratti ijjeefamane.
2
Filisxeemoti Saa'olii fi ilmaan isaa hordofanee ari'anee, ilmaan isaa Yonaataan, Abinaadaabii fi Malkiishuwaa ijjeesane.
3
Lolli Saa'ol irratti jabaatee, worri daayaan lolu dhaqqabanee akka malee isa madeessane.
4
Saa'ol dargaggeessa meya isaa ka woraanaa ba'atu saniin, «Worri haqanqabaa hin qabatin kun dhufee na ijjeesee akka na hin salphinne atinuu shallaagaa keeti buqqifadhuutii na ijjeesi!» jedhe. Dargaggeessichi isaa sun guddoo waan sodaateef isa hin ijjeenne. Maarre Saa'ol shallaagaa ifii buqqifatee irratti jige.
5
Dargaggeessichi meya isaa ka woraanaa isaaf ba'atu sun akka Saa'ol du'e yennaa dhagge, innille akkuma isaa shallaagaa ifii buqqifatee irratti jigee isa woliin du'e.
6
Saa'ol, ilmaan isaa sadiinuu, dargaggeessichi meya isaa ka woraanaa isaaf ba'atu fi namooti isaa martinuu guyyuma san wolumaan dhumatane.
7
Israa'elooti dhooqaan gamaa, laga Yordaanosii irraa karaa aduun baatu jiranu, loltooti Israa'elii akka baqatane, Saa'olii fi ilmaan isaalle akka dhumatane yennaa dhaggane, qachoota ifii lakkisanee baqatane. Filisxeemotille dhufanee qachoota san qabatane.
8
Boruyyaa ganama worri Filisxeemotaa worra dhumatane san irraa meya mulqatiisaaf yennaa dhufane, Saa'olii fi ilmaan isaa sadiinuu gaara Giilbo'aa irratti du'aneeranuun dhaggane.
9
Isaan mataa Saa'olii irraa muranee, meya isaa ka lolaa irraa mulqatanee, oduu gammadaa kolbaa isaaniitii fi galma waaqa dharaa ka isaaniititti akka himanuuf biyya Filisxeemotaa mara keessa ergantoota ergane.
10
Isaan meya woraanaa ka isaa galma waaqa dharaa ka Ashitaarotii keessa keyanee, reeffa isaa dalleya dhaka'aa ka Bet-Shaaniititti fannisane.
11
Kolbaan Yaabesh-Giil'aad keessa leetu waan worri Filisxeemotaa Saa'ol irratti godhane yennaa dhage'ane,
12
namooti isaanii goototi marti halkaniin gara Bet-Shaanii dhaqanee, reeffa Saa'oliitii fi reeffa ilmaan isaa dalleya dhaka'a ka Bet-Shaanii irraa gad buusanee, gara Yaabeshii fidanee achitti isaan gubane.
13
Achiin duuba lafee isaanii fuudhanee Yaabesh keessatti muka «Tamariiski» jedhamu tokko jalatti awwaalanee guyyaa torba laamane.
← Chapter 30
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31