bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
/
Numbers 25
Numbers 25
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
← Chapter 24
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 26 →
1
Israa'elooti Shiixiimitti yennaa qubataneeranu, dhiirti isaanii dubartoota Mo'aabotaa woliin sagaagalane.
2
Dubartooti sun worra dhiiraa san gara ciincaa waaqota ifiititti waamane; isaanille ciincaa san nyaatanee, waaqota isaaniitiif sagadane.
3
Tanaaf Israa'elooti Ba'aal Phe'or waaqonfatiisa jalqaddee, Mootiin Waan Maraa guddoo isaanitti aare.
4
Mootiin Waan Maraa Muuse'een, «Aariin tiyya guddoon Israa'eloota irraa akka deebitu, ati sooreyyii kolbaa tanaa mara fuudhiitii, ila guyya'aatiin fuula kiyya duratti fannisi» jedhe.
5
Maarre Muuseen abbootii mura'aa ta Israa'elootaatiin, «Tokko tokkoon keessan nama keessan ka Ba'aal Phe'or waaqonfatiisa jalqabe ijjeesa'a» jedhe.
6
Achiin duuba Muuse'ee fi wolde'i kolbaa Israa'elii duudiin Dunkaanii Woldeenna'aa dura dhaabbatanee adoo isaan bowanuu, Israa'eloota keessaa tokkochi iluma isaanii duratti, dubartii worra miidiyaanii takka fudhatee gara maatii ifii dhufe.
7
Akaakoon Aaronii hayyichaa, ilmi Ele'azaarii Fiinehaas yennaa tana dhagge, ka'ee wolde'a keessaa bayee, eboo fudhatee,
8
namicha Israa'elicha gula gara dunkaani'ii seenee, eboo darbatee, namichaa fi dubartittiille woraanee isaan lamaanuu wolitti fullaase. Achiin duuba balaan kolbaa Israa'elii irraa dhaabbate.
9
Te'uu malee, balaa saniin namoota kuma diddamii afuritti du'e.
10
Mootiin Waan Maraa Muuse'een,
11
«Kolbaa Israa'elii keessaa akaakoon Aaronii hayyichaa, ilmi Ele'azaarii Fiinehaas marroo tiyyaaf waan hinaafeef, ani hinaaffaa tiyyaan akka isaan hin fixanneef, mufii tiyya isaan irraa deebiseera.
12
Tanaaf, akka ani Gondooroo tiyya ta nageyaa isa woliin gondooradhu, Fiinehaasitti himi.
13
Inni ana Waaqa ifiitiif waan hinaafeef, kolbaa Israa'eliitiifille gumaa cubbu'uu waan kenneef, Gondooroon hayyummaa bara baraa isaaf, isaan duuballe sanyii isaatiif hin teeti» jedhe.
14
Maqaan namicha Israa'elicha ka dubartittii worra Miidiyaanii woliin ijjeefamee Ziimiirii ilma Saaluwa'aa ti; inni sooressa fira Shimi'oonii ti.
15
Maqaan dubartittii worra Miidiyaanii ta ijjeefantee Kozbi; isiin intala Zuurii, ka gosa Miidiyaan keessatti sooressa fira tokkoo ti.
16
Mootiin Waan Maraa Muuse'een,
17
«Worra Miidiyaanii kana akka diinaatitti laakkowa'aatii fixa'a;
18
wonni tana gootanuuf, isaan Phe'oritti, obboleettii isaanii, ta guyyaa balaan Phe'oritti bu'e ijjeefante, intala sooressa isaanii hujii Kozbiitiin sobanee isin miidhaneeran» jedhe.
← Chapter 24
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 26 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36