bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
/
1 Thessalonians 3
1 Thessalonians 3
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
← Chapter 2
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 4 →
1
Obsuu dadhamnaan nu akka Ateenaa keessa kophaa teennu buufanne,
2
obboleessa keenna Ximotewos, ka nu waliin Waaqaa hojjatee oduu dansaa Kiristoo odeessu ergine. Akka innii isan jabeessee dhugeeffachaa teessan qarqaaru, nu isa ergine.
3
Akka isaniin tokkolleen marroo ilaallachaatii fi illaallafne. Akka gaargalii akkanaa kunin fedhii Waaqaa isan inbeettan.
4
Wantii akkanaatiif, adoo isan waliin jirruu, akka nu gaargalchan duratti isanitti himne; akkuma isan beettan wantii sunin ya taate.
5
Mar. roo waan kanaatiif anin obsuu dadhabee Ximotewos ergee akka Sheexanii isan laallatee, hujiin teenna cuftii lafatti hinhamne, “Dhaqii, dhugeeffachaa warraa sun laali” jedheen.
6
Ximotewos amma gara keessanii deebi'ee, oduu dansaa ta dhugeeffachaa fi jaalala teessaniitiin nuti gale. Inni ya akka isan yo cufa waan keennaa dansaa herreddanii ammallee akkuma nu isan arguu feenu isanilleen nu arguu feetan nutti hime.
7
Obboleeyyan teenna tanaaf gaargalaa fi laaleffachaa teennaa cufa keessatti ya marroo teessaniif garaa jabaannee, dhugeffacha teessanitti nu jabeesse.
8
Wanti akkanaatiif yo isan jireenna keessan keessatti Aabboon jabaattan nuu jireenna.
9
Ammaa tana marroo teessaniif galata Waaqaa deebisuu indandeenna. Nu waan isanii jennee fuula Isaa duratti gammada arganneef galataa Waaqaa deebimna.
10
Nu akka wal agarree waan dhugeeffachaa teessan guutaa isanii kenninuu, halkanii guyyaa garaa keenna cufaan kadhanna.
11
Waaqaa Abbaa keennaatii fi Aabboo Yesus akka nu gara keessan dhufnu karaa nuu harinna.
12
Aabboon akkuma nulleen isan jaalannu, jaalala isan wal jaalattanii nama dhibiillee jaalattan isanii guddisiinna.
13
Karaa kanaan innii fuula Waaqaa fi Abbaa keennaa duratti gaafa Aabboo Yesus jara isa dhugeeffatu cufa waliin dhufu, garaa isan jabeessee, qixooftanii qulqullo taatan.
← Chapter 2
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 4 →
All chapters:
1
2
3
4
5