bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
2 Samuel 4
2 Samuel 4
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 3
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 5 →
1
Ilmi Saa'olii Iyyabuusteen akka Abaaneer Keebroonitti du'e hennaa dhagaye, harki isaa dadhabe; Israa'eloonni maruu hin nayan;
2
ilmi Saa'olii Iyyabuusteen bulchoota worra duuluu namoota lama qaba ture; maqaan tokkoo Ba'aana'a; maqaan ka lammeesso'oo Reekaab ture; ijoollee gosa Biiniyaamii keessaa ijoollee Reemooniititu ture; Bi'eerootillee akka gosa Biiniyaamiititti laakkayamti.
3
Namoonni biyya Bi'eerootiillee gara qachaa Geetemiititti baqatanii turan; haga adhaallee achuma jiraatan.
4
Ilmi Saa'olii Yoonaataan ilma laamshayaa tokko qaba ture; Saa'olii fi Yoonaataan hennaa du'an inni ijoollee woggaa shanii ture; oduun du'uu Saa'oliitii fi Yoonaataa qachaa Iyiziraa'eliitii hennaa odeeffamu ta isa guddiftu isa baadhattee baqatte; garuu uduu ariifattee dheessitu harkaa kufee laamshayaa ta'e; maqaan isaa Memfiboostee jedhama ture.
5
Ijoolleen Reemoonii ka Bi'eerootaa Reekaabii fi Ba'aanaan hennaa aduun oo'ite gara mana Iyyaabuuste'ee dhufan; inni hennaa aduun oo'ite guyyaa afaa irra ciisee ture.
6
Ta balbala eeddu balbalatti qamadii hafarsa'aa turte; isiin muddee raftee turte; kanaaf Reekaabii fi obboleessi isaa Ba'aanaan suutaan mana seenan.
7
Hennaa gara manaa seenan, inni gola keessatti afinaa irra rafee uduu jiru dhayanii ajjeesan; morma isaallee muranii fudhatan; halkan guutuu karaa Arabaatiin deeman.
8
Mataa Iyyaabuste'eellee qabatanii gara Keebroonii gara Daawitii fidan; mootichaan, «Ka lubbuu kee soqa'aa ture ka diina keetii ilma Saa'olii kunoo mataa Iyyaabuste'ee Rabbi adha Saa'oliif fiixaa gooftaa mootii keennaatiif haluu bayeeraaf» jedhaniin.
9
Daawiti garuu ijoollee Reemoonii ka Bi'eerootaa Reekaabii fi obboleessa isaa Ba'aana'aa akkana jedhee deebiseef; «Lubbuu kiyya rakkoo maraa irraa ka fayyise Rabbiin jiraataan
10
oduu michuu waan qabate fakkaatee, gammachuu du'a Saa'olii ka natti hime gatii akka ta'uuf qabee Tsiqilaagitti ajjeese.
11
Kana ammo nama qulqulluu mana ufii ciisa'aa ture ka ajjeeftan isin cubbamtoota attami'iiti? dhiiga isaa harka keessan irraa hin soquu? lafa irraa isin hin balleessuu!»
12
Daawitillee loltoota ufii ajajee harkaa fi luka isaanii muranii isaan ajjeesanii reeffa isaanii Keebrooniin hulee bisaan kuufamu biratti rarraasan; mataa Iyyaabuste'ee ammo fuudhanii Keebroonitti awwaala Abaaneerii biratti awwaalan.
← Chapter 3
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 5 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24