bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
2 Samuel 9
2 Samuel 9
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 8
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 10 →
1
Daawiti gaaf tokko, «Jasaa waan Yoonaata'aatiif akka deebisu mana Saa'olii keessaa ka hafe jiraa?» jedheen.
2
Mana Saa'olii keessa garbicha Sibaa jedhamu tokko gara mana Daawitii waamanii mootichi «Ati Siiba'aa?» jedheen; innillee «Ee ani garbicha keeti!» jedhe.
3
Mootichillee, «Jasaa Rabbi akka isaa deebisu mana Saa'olii keessaa namni tokkollee hin hafnee?» jedheen; Sibaanillee mootichaan «Ilma Yoonaata'aa ka lutti isaa laamsho'oo tokkotu jira» jedheen.
4
Mootichi, «Eessa jira?» Jedheen; Sibaan mootichaan «Inni mana Maakirii ilma Ami'eelii jira» jedheen.
5
Kanaaf mootichi Daawiti ergee Loodobaarii mana Maakirii ilma Ami'eeliitii fijjisiise.
6
Ilmi ilma Saa'olii Memfiboosteen gara Daawitii dhufee gad jedhee nagaya isa gaafate; Daawitillee «Memfiboostee!» jedhee waame; innillee, «Yaa!» jedhe.
7
Daawiti, «Jasaa abbaa keetii ka Yoonaata'aa deebisu'uuf sii arjoomeeraa hin sodaatin; lafa akaakayyuu keetii ka Saa'olii maraa sii deebisa; atillee kooboo kiyya irraa nyaatta.
8
Memfiboosteenillee, «Ana nama saree du'e fakkaatu ana gara garbicha keetii attamitti laalte? jedhee gad jedhee kabajjaa kenneef.
9
Kanaan maayessa mootichi garbicha Saa'olii Sibaa waamee «Qabeenna Saa'oliitii fi maatii isaa maraa ilma isaa Memfibooste'eef kenneera;
10
atii fi ijoolleen tee hojjattoonni tee lafa qota'aafii ilma gooftaa keetiitiif nyaata akka ta'u midhaan galchiif; ilmi gooftaa keetii Memfiboosteen garuu hennaa maraa kooboo kiyya keessaa nyaata» jedheen. Sibaan ijoollee kudha shanii fi garboota diddama qaba.
11
Sibaanillee mootichaan «Gooftaan kiyya; mootii akkuma mootichi garbicha ufii ajaje ani garbichi keellee akkasuma godha. Akka kanaan Memfiboosteen ijoollee mootichaa keessaa akka tokkootitti kooboo Daawitii irraa nyaata'aa ture.
12
Memfiboosteen mucaa diqqaa Mikaa jedhamu qaba ture; namoonni mana Siba'aa jiran maruu Memfibooste'ee hojjatan ture.
13
Kanaafuu Memfiboosteen luka lamaan naafaa Yerusaalemiin keessa taa'ee kooboo mootichaa irraa nyaata'aa ture.
← Chapter 8
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 10 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24