bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Revelation 19
Revelation 19
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 18
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 20 →
1
Kanaan maayessa sami'itti, «Halee luyaa! ta seebaru'uun lafa balleessite seebartuu guddoo waan itti murteeffameef waan dhiiga garbootaa harka isi'iitii haluu baaseef;
2
Murteen isaa dhuga'aa fi qajeelaa waan ta'eef fayyisuun, ulfinni, hunnillee ka Waaqa keennaati!» jedhee hennaa dubbatu laagaa akka banii hedduu dhagaye.
3
Ammallee, «Halee luyaa! jedhan. Aarri isi'ii baraa haga bara baraa hin aara»
4
Manguddoonni diddamii afurii fi busaayoonni afurii, afoo isaaniititti gad kufanii Rabbii teessoo irra taa'ee, «Amiin, halee luyaa!» jedha'aa sagadaniif.
5
Laagaan, «Garboonni maruu worri isa sodaatan didiqqaanii fi gugurdaan Waaqa keenna galatoonfadhaa'a!» jedhu teessoo isaa biraa dhagayame.
6
Laagaa akka laagaa banii hedduu, laagaa akka laagaa bisaan gudda'aa, laagaa akka laagaa gigissaa gudda'aa jiru ka akkana jedhu dhagaye, «Halee luyaa! ka maraa bulchu Waandhi Gooftaan keenna waan mooyeeruuf.
7
Waan ciini hoolaa Rabbii gayeef isiinillee waan uf qopheessiteef haa gammannuu; ililfata'aa ulfinna isaa haa dhiyeessinuu!
8
Uffata quuncee talba'aa irraa hojjatame akka uffattu kennameef.» Uffanni quuncee talba'aa irraa hojjatame hujii woyyootaa ka qajeellumma'aati.
9
Inni, « ‹Worri hurbaata cidha Hoolaa Rabbii irratti waamame eebbifamtoota› jedhii barreessi» naan jedhe. Akkasuma, «Kun dubbii Rabbii ka dhuga'aati» naan jedhe.
10
Ani isaa sagadu'uuf luka isaa jalatti kufe, innillee, «Akka akkas hin goone uf eegi! Anillee obboleeyyan kee kaawwan woliin akkuma worra ragaa Yesuusii qabanii garbicha; ragaan Yesuusii Ayyaana raagaa waan ta'eef Rabbii sagadi» naan jedhe.
11
Samii baname arge; kunoo ka farda guddaa ol fagaatu irra taa'e, «Amanama'aa fi ka dhuga'aati» jedhama. Qajeellumma'aan murteessa; hin lolalle'e.
12
Ijji isaa akka arraba ibiddaati; mataa isaa irra qoobii ulfinnaa heddutu jira. Maqaa biraa isa malee ka eennullee hin beenne qaba.
13
Uffata dhiinni itti faca'eeru uffateera; maqaan isaa «Dubbii Rabbiiti» jedhameera.
14
Loltoonni samii jiranillee adi'ii fi uffata quuncee talba'aa irraa hojjatame uffatan faradoo gugurdoo irra taa'anii duukaa deeman.
15
Guraadee qaramaa worra Yihuudota hin taane ittiin dhayutu afaan isaa keessaa baya; inni ulee sibiilaatiin isaan bulcha. Innillee daadhii woyini'ii ta lola hamaa Rabbii waa maraa danda'u itti cuunfatu san dhidhiita.
16
Uffataa fi gudeeda isaa irratti barreeffama maqaa, «Mootii moototaa, Gooftaa Gooftotaa» jedhu qaba.
17
Maleekkaa tokkollee ka aduu keessa dhaabate arge, «Simbirran samii keessa bararan maruu kootta'aatii foon moototaa, foon ajajaa loltuu kumaa, foon worra jajjaba'aa, foon farado'oo, foon worra faradoo irra taa'anii,
18
foon gooftotaatii fi ka garbootaa, foon didiqqa'aatii fi gugurdaa maraa akka nyaattan, «Gara hurbaata Rabbii gudda'aa wol gaya'aatii as yaa'aa'a» jedhee laagaa gudda'aan iyye.
19
Ka farda irra taa'een loltoota isaatiin lolu'uuf loltoonni mootota biyya lafaatii fi bineensaan wol gayan arge.
20
Bineensillee hin qabame; worri isa afo'otti maalalee godha'aa malkata bineensaa fudhatan, worra fakii isaatii sagadan ka dogoggorse raanni sobaa isa woliin qabame; lamaanuu uduu lubbu'uun jiran gara ibidda dhagaa bobayuu gara galaana ibiddaa darbaman.
21
Worri farda irratti hafan guraadee afaan isaatii bayuun dhuman; allaattiin maruu foon isaanii nyaatanii quufan.
← Chapter 18
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 20 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22