bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Ezra 2
Ezra 2
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 1
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 3 →
1
Namoonni mootiin Nabukadanatsoor gara Baabiloonii booji'e namoonni biyyaa ka gara Yerusaalemiitii fi gara biyya Yihuuda'aa deebi'an kanniin.
2
Masakkoonni worra baqattootaa ta'anii dhufan Zarubaabeel, Iyyaasuu, Nahimiyaa, Saraayaa, Raa'ilaayaa, Mardokiyoos, Balaasaan, Maseefaar, Baguwaayi, Reehuumii fi Ba'aanaa fa'a. Laakkobsi banii ijoollee Israa'elii kana.
3
Fiixaan Faaroosii 2,172;
4
Fiixaan Safaaxiyaasii 372;
5
Fiixaan Eera'aa 775;
6
Fiixaan Fahaatii, ta Moo'aabii ta worra Iyyaasu'uutii fi Iyyo'aabii ta'an namoota 2,812;
7
Fiixaan Eela'aa namoota 1,254;
8
Fiixaan Zaatu'ii namoota 945;
9
Fiixaan Zakaayii namoota 760;
10
Fiixaan Baani'ii 642;
11
Fiixaan Beebaayii 623;
12
Fiixaan Azigaadii 1,222;
13
Fiixaan Adooniqaamii 666;
14
Fiixaan Baguwaayii 2,056;
15
Fiixaan Aadinii 454;
16
Fiixaan Axeerii nama gosa Hisqiyaasii 98;
17
Fiixaan Beesaayii 323;
18
Fiixaan Yoora'aa 112;
19
Fiixaan Hasuumii 223;
20
Fiixaan Gaabeerii 95;
21
Namoonni Beetaliheemii 123;
22
Namoonni Naxoofa'aa 56;
23
Namoonni Anaatootii 128;
24
Fiixaan Azimootii 42;
25
Fiixaan Qiriyaati'aarimii, ta Kaafira'aatii fi ta Bi'eerootii 743;
26
Fiixaan Raama'aatii fi ta Geeba'aa 621;
27
Namoonni Maakimaasii 122;
28
Namoonni Beeteeliitii fi namoonni Gaayii 223;
29
Fiixaan Naabawuu 52;
30
Fiixaan Mageebsii 156;
31
Fiixaan Eelaa nama lammeesso'oo 1,254;
32
Fiixaan Kaarimii dhibba 320;
33
Fiixaan Loodii, ta Hadaadiitii fi ta Anoomii 725;
34
Fiixaan Iyyaariko'oo 345;
35
Fiixaan Seena'aa 3,630;
36
Fiixaan Yoodaahe'ee gadoonni worri gosa Iyyaasu'uu 973;
37
Fiixaan Imeerii 1,052;
38
Fiixaan Faaskoorii 1,247;
39
Fiixaan Kaarimii 1,017;
40
Leewwonni gosa Hoodaayiwa'aa fiixaan Iyyaasu'uutii fi ta Qadimi'eelii 74;
41
Fiixaan Asaafii faarfattoonni 128;
42
Fiixaan Saluumii, fiixaan Axeerii; fiixaan Xeelmoonii, fiixaan Aquubii; fiixaan Haxiixa'aatii fi fiixaan Soobaayii maruu 139 kunniin worra balbala mana woyyu'uu eegan.
43
Tajaajiltoonni mana woyyu'uu fiixaa Siha'aa, fiixaa Hasufa'aatii fi fiixaa Xabi'ootii,
44
fiixaa Keeraasii, fiixaa Si'a'aa, fiixaa Faadoonii,
45
fiixaa Liibaana'aa, fiixaa Agaaba'aa, fiixaa Aquubii,
46
fiixaa Agaabii, fiixaa Samlaayii, fiixaa Hanaanii,
47
fiixaa Gedeelii, fiixaa Gahaarii, fiixaa Raayya'aa,
48
fiixaa Ra'aasoonii, fiixaa Neqoda'aa, fiixaa Gaaseemii,
49
fiixaa Ooza'aa, fiixaa Faaseha'aa, fiixaa Beesaayii,
50
fiixaa Asina'aa, fiixaa gosa Mi'unootaa, fiixaa Nifusaalimii,
51
fiixaa Baaqbuuqii, fiixaa Haqufa'aa, fiixaa Harhurii,
52
fiixaa Baaslootii, fiixaa Mihiida'aa, fiixaa Harsa'aa,
53
fiixaa Baarqoosii, fiixaa Siisaara'aa, fiixaa Teema'aa,
54
fiixaa Niisiya'aatii fi fiixaa Haxifa'aati; kunniin tajaajiltoota mana woyyu'uuti.
55
Fiixaan tajaajiltoota Solomoonii; fiixaan Sooxaayii, fiixaan Soofereetii, fiixaan Fiiruda'aa,
56
fiixaan Yaa'ila'aa, fiixaan Daarqoonii, fiixaan Gedeelii,
57
fiixaan Safaaxiyaasii, fiixaan Haxiilii, fiixaan Faakiraatii, fiixaan Haxibooyimii, fiixaan Ami'ii,
58
Tajaajiltoonni mana woyyu'uutii fi fiixaan tajaajiltoota Solomoonii 392; kunniin maruu fiixaa tajaajiltoota Solomooniiti.
59
Worri kunniin garuu worra qachaa Telmeelaa; Telaareesaa, Kiruubi, Adaanii fi Imeeriin keessaa bayan. Garuu isaan manniin abboota ufiitii fi fiixaa ufii yookaan worra gosa Israa'elii ta'uu isaanii uf beessisuu hin dandeenne.
60
Fiixaan Daalaya'aa, fiixaan Xoobbiya'aatii fi fiixaan Neeqoda'aa 652;
61
Fiixaan gadootaa fiixaan Eebbiya'aa, fiixaan Aqoosii, fiixaa Beerzeelii fa'a; Beerzeeli sababaan maqaa kanaan waamameef mucattii Beerzeelii nama gosa Gala'aadii waan fuudhee tureef.
62
Kunniin Kitaaba dhalootaa keessa fiixaa ufii soqatanii turan garuu hin arganne. kanaaf adda baafaman; akka batti'iititti laallaman.
63
Haga gadichi bulchaan biyyaa ka Uurimii fi Tumiimiin fedha Waaqaa ittiin gaafatu mooyuuf Woyyittii Woyyootaa keessaa hin nyaattan isaaniin jedhe.
64
Baay'inni namoota booju'uu deebi'anii 42,360 ture; kunillee tajaajiltoota dhiiraatii fi ta intalaa 7,337 eda'ateeti; faarfattoota dhiiraatii fi ta intala 200 qaban.
66
Faradoon isaanii 736; Gaangiin isaanii 245;
67
Gaallan isaanii 435. Harriin isaanii 6,720;
68
Hennaa gara mana Rabbii ka Yerusaalemiin keessa jiruu dhufan bulchoota manniin abboota isaanii keessaa baay'een isaanii akka manni Rabbii naannoo isaaniititti ijaaramuuf fedha ufiitiin lafa kennan.
69
Kennaan isaan hujii mana woyyu'uutiif akkuma dandeettii isaaniitiin fedha ufiitiin kennan yoo wolitti eda'an worqii saqilii 500, Birrii saqilii 2,786 ta'e; uffata gadootaaf ta'ullee 100 akkuma dandeettii isaaniitiin kennan.
70
Tajaajiltoonni mana woyyu'uu worri gadootaa Leewwonni banii keessaa namoonni baay'een worri faarfattootaa, worri balbala eegan, hojjattoonni qachoota ufii maraa woliin, worri Israa'elii maruu qachoota abboota ufii keessa jiraatan.
← Chapter 1
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 3 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10