bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Esther 10
Esther 10
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 9
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
1
Mootiin Arxeeksiis mootota mootummaa isaa jala jiran, banii qacce'ee haga qacce'ee jiraatan gibira gabbarsiise.
2
Wonti gugurdaan inni godhee fi maalachiisaan marti Mardokiyoosiin akkamitti akka kabajjee attamiin akka gara baallii gudda'aatii fi ulfinna gudda'atti isa geesse seenaan himu Kitaaba seena'aa ka Meedooniitii fi Faaresii keessatti akka barreeffamu taasifameera.
3
Mardokiyoosiin Ayihuudichi mooticha Arxeeksisitti aanee lammeessoo ture; nama obboleewwan ufii biratti jaalatama'aa fi kabajjamaa, ka bani'ii waan mishaa yaade, ka fiixaa ufiitiifillee akka isaan nagayaan jiraataniif guddisee xaare ture.
← Chapter 9
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10