bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Joshua 16
Joshua 16
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 15
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 17 →
1
Lafti ijoollee Yooseefiitiif kenname Yoordaanosii baya biiftu'uutii jalqabee gara kolba gaara lafa gammooji'iitiin Iyyaarikoo irraa Beeteeliin gaya.
2
Beeteeliin irraallee haga Looza'aa dhaqa. Gara kolba daangaa worra Arkaanotaatiin haga biyya Axaarootii gaya.
3
Gara dhiyaatiin haga daangaa worra Fileexootaa ka daangaa Beetihaarooniitii haga Geezirii gad bu'a. Huleen bayaniinillee cinaa galaana gudda'aatiin.
4
Ijoolleen Yooseefii Minaaseenii fi Efreemillee lafa ufii dhaalan.
5
Daangaan ijoollee Efreemii akka worra isaaniitiin kolba baya biiftu'uutiin lafti isaanii Axaarooti'adaariitii haga Beetihoonii gaya.
6
Daangaan isaanii achillee lufee galaana guddaa bira gayee gara dhiyaa Mikimta'aatii haga lafa mirgaa gaya; daangaan isaanii gara baya biiftu'uutiin naannayee Ta'aanaat Seeloo gaya; gara baya biiftu'uutiin Iyyaanookiin bira lufa.
7
Iyyaanookii haga Axaarootinaa, Na'aaraatiin gayee Iyyaarikoo bira gara Yoordaanosii ol baye.
8
Daangaanillee Taaphuwwa'aa gara dhiyaatii haga laga Qaana'aa lufa; huleen bayaniin galaana guddaa biraan ture. Lafti ijoollee Efreemii akka gosa isaaniitiin kana ture.
9
Kun worra lafa ijoollee Minaase'ee keessa jiranii fi gandootaa fi qachoota ijoollee Efreemiitii kennan wolitti qabata.
10
Isaan worra Kana'aanii Geeririin keessa jiraatan hin ariine; haga adhaallee worri Kana'aanii ijoollee Efreemii woliin jiraatan; haga adhaatitti hujii hunnaa isaan hojjachiisan.
← Chapter 15
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 17 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24