bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
/
Joshua 20
Joshua 20
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
← Chapter 19
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 21 →
1
Kanaan maayessa Rabbi Iyyaasuu akkana jedhee itti dubbate,
2
Ijoollee Israa'eliititti akkana jedhii himi; «Qachaa namni yoo uduu hin beekin yookaan dogoggoraan nama harka tare itti dhokatu adda baasi. Nama guma'aaf isa reebu jalaa dheessee akka achitti dhokatu.
4
Qachoota kanniin keessaa gara qachaa tanaa akka dheessu, balbala qachatti'ii afoo dhaabatee waan ta'e maraa jaarsota qachaa saniititti hima; isaanillee qachattii sanitti isa simatanii hulee inni taa'u kennaniif.
5
Namichi guma'aaf yoo reebuu dhufe waan inni goshoo ufii san beekka'aan hin ajjeefneef ka ajjeese san haa ajjeesu'uuf akka itti hin kennine.
6
Haga murti'iif gara bani'ii dhiyaatutti, haga gadichi hennaa san hujii irra jiru du'utti qachattima san keessa haa jiraatuu; achiin maayessa namni nama harka tare sun deebi'ee gara qacha'aa fi gara qe'ee ufii gala» jedheen.
7
Kanaaf biyya gaaraa ka Niftaalemii Galiila'aa, Qaadesiin, biyya gaaraa ka Efreemiititti Seekemiin, biyya gaaraa ka Yihuuda'aa hulee Kebroon jedhamtu Qiriyaati'arbaaqiin gara gara baasan;
8
Yoordaanosiin gama Iyyaarikoo mirgaan gosa Roobeelii keessaa hulee biyya gammoojji'ii Boosooriin, gosa Gaadii keessaa Raamotii Gala'aadiin keessaa, gosa Minaase'eetii Baasaanitti Goolaaniin adda baasaniif;
9
haga gaafa banii afo'otti dhiyaatuuf akka harka namicha dhiiga baafatuutitti hin duune ka uduu hin beekin nama ajjeese maruu garas haa dheessuu; ijoollee Israa'eliitii fi worra isaanitti gale maraafuu qachoonni namni itti baqatu kanniin.
← Chapter 19
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 21 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24