bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
/
Deuteronomy 34
Deuteronomy 34
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
← Chapter 33
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
1
Achiin duuba Muuseen dirree Mo'aabii ta gara gaara Neboo irraa gara qaccee Phiisga'aa irraa fuullee Yeriko'oo jirtuu ol baye. Achitti Mootiin Waan Maraa lafa mara, Giil'aadii haga Daanii,
2
lafa Niftaalemii mara, lafa Efreemiitii fi Minaase'ee, lafa Yihuda'aa mara haga abbaayaa gara aduun seentuu jirtu,
3
lafa kibba Yihuda'aa, lafa dhooqa Yeriko'oo ta qachaa muka meexxi'ii irraa haga Zo'aarii jirtu mara itti mudhise.
4
Saniin duuba Mootiin Waan Maraa Muuse'een, «Latti tun ta ani Abrahaamiin, Yisihaqiin, Yaaqoobille'een, ‹Ani sanyii teessaniif hin kenna› jedhee waadaa gale; ati ila teetiin dhaggiteerta; ammoo itti hin galtu» jedhe.
5
Achiin duuba Muuseen tajaajilaan Mootii Waan Maraa akkuma Mootiin Waan Maraa jedhe san lafa Mo'aabiititti du'e.
6
Mootiin Waan Maraa dhooqa lafa Mo'aabii fuullee Bet-Phe'orititti isa awwaale; te'uu malee haga adhaalle nami addee awwaala isaa beeku hin jiru.
7
Muuseen yennaa du'e nama woggaa dhibbaa fi diddamaa ti; ilti isaa hin garjine; hunni isaalle hin dadhanne.
8
Israa'elooti dirree Mo'aabiititti haga guyyaa soddomaa Muuse'eef bowaa gaddane; achiin duuba nageeffatane.
9
Muuseen harka ifii Iyaasuu ilma Nunii irra waan keyeef, ayyaanni qaroomaa isa keessa guuteeyyu. Maarre Israa'elooti isa dhage'anee, waan Mootiin Waan Maraa karaa Muuse'eetiin ajaje godhane.
10
Eega san Israa'el keessaa raagaan akka Muuse'ee ka Mootiin Waan Maraa fuula ifii duratti dubbise,
11
ka beessisaa fi maadee mara biyya Gibxi'iititti, Fara'oon irratti, qondaaltota isaa maraa fi lafa isaa mara irratti akka hujuuf Mootiin Waan Maraa erge,
12
hunna guddoo Muuseen kolbaa Israa'elii mara duratti mudhise yookiin waan sodaachittuu inni huje, ka muummesse tokkolle hin jiru.
← Chapter 33
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34