bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
/
Exodus 24
Exodus 24
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
← Chapter 23
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 25 →
1
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa Muuse'een, «Ati, Aaron, Naadaab, Abiihu'uu fi jaarsoleen Israa'elii torbaatam gara ana Mootii Waan Maraa kowa'a. Fagoo dhaabbadha'aatii sagada'a.
2
Ati callaan na bira dhikaadhu malee, worri dhibiin na bira hin dhikaatin; kolbaalle si woliin ol hin bayin» jedhe.
3
Muuseen dhaqee waan Mootiin Waan Maraa dubbatee fi seera isaa mara kolba'atti yennaa hime, kolbaan afaan tokkoon, «Waan Mootiin Waan Maraa jedhe mara hin goona» jettee deebitte.
4
Achiin duuba Muuseen, waan Mootiin Waan Maraa dubbate mara barreesse. Inni guyyaa itti aanu ganama ka'ee gaara jalatti addee ciinca'aa hujee, soodduu kudhanii lama ta gosa Israa'elii kudhanii lama bakka buutu dhaabe.
5
Achiin duuba inni Israa'eloota dargaggoota dhiiraa ergee, isaanille kennansa gubamuu fi kennansa tokkumma'aa ka Mootii Waan Maraatiif ciinceffamu dardaroota dhikeessane.
6
Muuseelle dhiiga san gamisa fuudhee qori'itti naqee, gamisa hafe addee ciinca'aa irratti dhangalaase.
7
Achiin duuba inni kitaaba Gondooro'oo fuudhee kolba'aaf dubbise; isaanille, «Waan Mootiin Waan Maraa jedhe mara hin goona; isaafille hin ajajanna» jedhane.
8
Achiin duuba Muuseen dhiiga san fuudhee kolba'atti fiffixee, «Kun dhiiga Gondooro'oo ka Mootiin Waan Maraa yennaa ajaja kana isinii kenne isin woliin gondoorate» jedhe.
9
Achiin duuba Muuseen, Aaron, Naadaab, Abiihu'uu fi jaarsoleen Israa'elii torbaatam gara gaaraa ol bayanee,
10
Waaqa Israa'elii dhaggane. Miila isaatiin jala dhakaa gatii guddo'oo ka «Safiiros» jedhamu, qulqulluu akka ol-gubba'aatitti jiraayyu.
11
Waaqi jaarsolee kolbaa Israa'elii tanatti balaa hin buunne; isaanille Waaqa dhagganee, fuula isaa duratti nyaatanee unane.
12
Mootiin Waan Maraa Muuse'een, «Gara gaaraa, gara kiyya ol bayiitii as turi; anille dhakaa baxxicha lama ka seerrii fi ajaji qajeelfama isaaniif te'u irratti barreesse sitti hin kenna» jedhe.
13
Achiin duuba Muuseen qarqaaraa ifii Iyaasuu woliin ka'anee, Muuseen gara gaara Waaqaa ol baye.
14
Inni jaarsolee saniin, «Haga nuuti deebinee gara keessan dhunnutti, as tura'a; Aaronii fi Huur isin woliin waan jiranuuf, nami wol dhabu yoo jiraate isaan bira dhaquu ti» jedhe.
15
Yennaa Muuseen gara gaaraa ol baye, duumensi gaara golle.
16
Ulfinni Mootii Waan Maraa gaara Siina'aa irra bu'e; duumensi sun haga guyyaa jaa gaara gollee, guyyaa torbeesso'oo Mootiin Waan Maraa duumensa keessaa Muusee waame.
17
Ulfinni Mootii Waan Maraa ibidda wo nyaatu fakkaatee qaccee gaaraa irratti Israa'elootatti mudhate.
18
Achiin duuba Muuseen duumensa keessa gara gaara ol baye. Guyyaa afurtamaa fi halkan afurtama achi ture.
← Chapter 23
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 25 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40