bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
/
Exodus 31
Exodus 31
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
← Chapter 30
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 32 →
1
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa Muuse'een
2
«Kunoo, ani gosa Yihuda'aa keessaa akaakoo Huurii, ilma Urii Bazaali'el filadhee,
3
ogumma'aan, dandeetti'ii fi beekkumsaan hujii harkaa mara akka huju Ayyaana kiyyaan isa guuteera.
4
Inni akka itti worqii, meeti'ii fi sageettuu hujanu karoora hin baasa.
5
Inni dhakaa dhodhoosee qiriixee, mukalle bocee xabbee, hujii harkaa mara hin huja.
6
Ammalle, gosa Daanii keessaa ilma Ahisamaakii Aholiiyaab akka isa qarqaaru fileera; waan ani si ajaje mara akka hujanu, worra hujii harkaa beeku maraafille ani ogummaa kenneera.
7
Dunkaanii Woldeenna'aa, Saanduqa Gondooro'ootii fi qadaaddaa araarri cubbu'uu irra keyamu ka isii irra jiru, meya Dunkaanii Woldeenna'aa mara,
8
xarapheessa'aa fi meya isaa mara, waan issaa irra keyanu ka worqii qulluu irraa hujamee fi meya isi'ii mara, addee ciinca'aa ta hixaanni irratti aarfamu,
9
addee ciinca'aa ta kennansa gubamuutii fi meya isi'ii mara, gabataa itti dhiqatanuu fi waan gabataan sun irra keyamu,
10
woyaa kuulante woyyittii ta Aaronii fi ilmaan isaa yennaa hayyumma'aan tajaajilanu uffatanu,
11
zayitii muudaa, addee woyyitti'iifille hixaana uddowu akkuma ani si ajajetti hujanuu ti» jedhe.
12
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa Muuse'een,
13
«Kolbaa Israa'eliitiin, ‹Guyyaa Sanbataa kiyya eeggadha'a. Ani Mootii Waan Maraa ka isin woyyoonsu akka te'e akka beettanuuf, dhaloota dhufu mara keessatti Sanbati kun anaa fi isin wodhakka'atti beessisa hin te'a.
14
Guyyaan Sanbataa isiniif woyyuu waan te'eef, Sanbata eeggadha'a. Nami Sanbata eegatuu dhabe ijjeefamuu ti; guyyaa san nami hujii huju marti kolbaa ifii keessaa bawuu ti.
15
Guyyaa jaa hujii teessan hujadha'a; guyyaan torbeesso'oo ammoo guyyaa ana Mootii Waan Maraatiif woyyoome Sanbati guyyaa fooraa ti. Nami guyyaa Sanbataa hujii huje marti ijjeefamuu ti.
16
Kolbaan Israa'elii dhaloota dhufu mara keessatti, Gondooroo bara baraa gootee, guyyaa Sanbataa eeggatiisaaf jilifattuu ti.
17
Ani Mootiin Waan Maraa guyyaa jaa keessatti gubba'aa fi lafa dadee, guyyaa torbeesso'oo ammoo hujii irraa hafuura fudhadhee foorfadhe; guyyaan kun anaa fi Israa'eloota wodhakka'atti haga bara baraa beessisa hin te'a› jedhi» jedhe.
18
Mootiin Waan Maraa gaara Siina'aa irratti Muusee woliin dubbatee yennaa fixe, dhakaa baxxicha lamaan ka qubuma ifiitiin irratti barreesse san Muuse'etti kenne.
← Chapter 30
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 32 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40