bible
ra
🌐 Language
English
Español
Français
Deutsch
Português
Italiano
Nederlands
Русский
中文
日本語
한국어
العربية
Türkçe
Tiếng Việt
ไทย
Indonesia
All Languages
Home
/
Oromo
/
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
/
Exodus 5
Exodus 5
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
← Chapter 4
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 6 →
1
Achiin duuba Muuse'ee fi Aaron gara mootii Gibxi'ii dhaqanee, «Mootiin Waan Maraa, Waaqi Israa'elii, ‹Kolbaa tiyya goomolee keessatti jila akka naaf jilisanu gad isaan lakkisi› jedheera» jedhaneen.
2
Mootichi Gibxi'ii deebisee, «Mootiin Waan Maraa ka ani isaaf ajajamee, Israa'eloota akka deemanu gad lakkisu kun eennu inni? Ani Mootii Waan Maraa san hin beeku; Israa'elootalle akka deemanu gad hin lakkisu» jedhe.
3
Muuse'ee fi Aaronille deebisanee, «Waaqi Ibrootaa nu'utti mudhateera; karaa guyyaa sadii goomolee keessa ideennee, Mootii Waan Maraa Waaqa keennaaf ciincaa akka dhikeessinu nu'uuf eeyyami. Nuuti yoo kana hin tolchin inni balaa yookiin woraana nu'utti hin fida» jedhaneen.
4
Mootichi Gibxi'ii ammoo, «Muuse'ee fi Aaroniin! Isin maaf kolbaa hujii dhooggitan? Gara hujii teessanii deebi'a'a!
5
Kunoo, kolbaan lafa tanaa bacatteerti; isin akka isaan hujii lakkisanu godhiisatti jirtan» jedhe.
6
Guyyuma san Mootichi Gibxi'ii worra hunnaan isaan hojjachiisuu fi worra Israa'eloota hojjatoota toowatanu ajajee,
7
«Akka qara tolchaa turtane, hicaacee dhoqqe'een loobanu haganaa achi kolba'aaf hin dhikeessina'a! Isaanuu ifumaaf barbaadanee fidatanuu ti!
8
Laakkossa loobaa faara ijaarsaalle haga qara hujjanu hin dhidhisina'a; haguma qara itti murteeffame san akka fidanu godha'a. Isaan booseya; tanaaf, ‹Dhandhee ciincaa Waaqa keennaaf dhikeessina› jedhaa natti iyyan.
9
Isaan oduu dharaa akka hin caqanne, huji'iin akka qabamanuuf, hujii ulfaattuu akka isaan hujanu tolcha'a» jedhe.
10
Worri hunnaan isaan hojjachiisuu fi worri Israa'eloota hojjattoota toowatanu dhaqanee kolbaa Israa'eliitiin, «Mootichi, ‹Ani haganaa achi hicaacee isiniif hin kennu.
11
Isinuu ifumaaf addee itti dhaggitanee barbaadadha'aatii fudhadha'a; hujiin teessan ammoo haga qaraa irraa hin dhidhatin› jedheera» jedhane.
12
Maarre kolbaan hicaacee barbaadiisaaf lafa Gibxi'ii mara keessa bittinnootte.
13
Worri hunnaan isaan hojjachiisanu ammoo, «Akkuma qara yennaa hicaaceen isiniif kennamu hojjattanu, hujii guyyuma guyya'aan akka hujjanu murteeffame san hobbaasa'a» jedhaa dhiibbaa itti jabeessane.
14
Worri hunnaan isaan hojjachiisanu, toowattoota hojjatoota Israa'eliitiin, «Laakkossa loobaa faara ijaarsaa ka kale'eetii fi ka adhaa akkuma qara akka hujanuuf murteeffame maaf hujuu dhaddane?» jedhaa dikaa gaafatane.
15
Achiin duuba toowattooti hojjattoota Israa'elii gara mooticha Gibxi'ii dhaqanee, «Ati maaf nu worra tajaajiltoota teetii akkana goota?
16
Nu worra tajaajiltoota teetiitiif hicaaceen hin kennanne, te'uu malee ‹Loobaa faara ijaarsaa huja'a› nu'uun jedhan; nuuti tajaajiltooti teeti dikamiisatti jirra; balleessaan ammoo ta kolbaa teetii ti» jedhanee iyyatane.
17
Mootichi Gibxi'iille deebisee, «Isin booseya; hujii hujiisa hin jaalattanu! Tanaaf, ‹Dhandhee ciincaa Mootii Waan Maraatiif dhikeessina› jettan;
18
amma huji'itti deebi'a'a! Hicaaceen tokkolle isiniif hin kennamu; te'uu malee laakkossa loobaa faara ijaarsaa akkuma qara akka hujanuuf murteeffame san guutuu huja'a» jedheen.
19
Toowattooti hojjatoota Israa'elii, laakkossi loobaa faara ijaarsaa akka isaan guyyuma guyya'aan hujanuuf murteeffame akka hin dhidhanne yennaa itti himame rakkoon guddoon akka isaa dhaqqadde beekane.
20
Isaan mooticha biraa yennaa bayane, worra isaan eegaa ture Muuse'ee fi Aaron dhaggane.
21
Isaan Muuse'ee fi Aaroniin, «Mootichi fi qondaaltoti isaa akka nu xireeffatanu gootanee, shallaagaa ittiin nu ijjeesanu harka isaanii keessa waan keettaneef, Mootiin Waan Maraa ilaalee, isinitti muruu ti!» jedhane.
22
Muuseen gara Mootii Waan Maraa deebi'ee, «Ee Mootii Waan Maraa kolbaa tana irratti rakkoo tana maaf fidde? Tanaaf as na ergitee?
23
Haga ani maqaa keetiin dubbatiisaaf mooticha bira dhaqeen jalqabee, inni kolbaa tana rakkisiisatti jira; ati ammoo kolbaa teeti qarqaariisaaf waan tokkolle hin goone!» jedhe.
← Chapter 4
Jump to:
Chapter 1
Chapter 2
Chapter 3
Chapter 4
Chapter 5
Chapter 6
Chapter 7
Chapter 8
Chapter 9
Chapter 10
Chapter 11
Chapter 12
Chapter 13
Chapter 14
Chapter 15
Chapter 16
Chapter 17
Chapter 18
Chapter 19
Chapter 20
Chapter 21
Chapter 22
Chapter 23
Chapter 24
Chapter 25
Chapter 26
Chapter 27
Chapter 28
Chapter 29
Chapter 30
Chapter 31
Chapter 32
Chapter 33
Chapter 34
Chapter 35
Chapter 36
Chapter 37
Chapter 38
Chapter 39
Chapter 40
Chapter 6 →
All chapters:
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
11
12
13
14
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
29
30
31
32
33
34
35
36
37
38
39
40